Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Jun 30/2025

Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat ganda Gooroo Dhoqonuutti RIB uummata nagaa
1, #Caalaa_Tashoomaa umurii 15
2, #Obbo_Jaanoo_Abarraa umurii 70 kan ta'an

Badii tokko malee osoo daandii deemanii qabdee rashaante. rasaasa itti roobsuun ciccirtee gatte.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ከትላንት በስቲያ ማለትም በ30/6/25 በምዕራብ ሸገር ዞን አቡኔ ግንደበረት ወረዳ ጎሮ Dhoቆኑ ቀበሌ በመንገድ ላይ ሲጓዙ የነበሩ ፋሽድቱ የብልፅግና ሠራዊት ስማቸው፦
1- #ጫላ_ተሾመ የ15 ዓመት ልጅ
2- #አቶ_ጃኖ_አበራ የ70 ዓመት አዛውንት
ያለምንም ጥፋታቸው ከመንገድ ላይ በመያዝ በጥይት እሩምታ በጣጥሰው ረሽነው ጥለዋቸዋል.....
Forwarded from Tsegaye R Ararssa
አትሳሳት! ኦሮሞን መግደል: ኦሮሚያን ማፍረስ: እና ኦሮሞነትን (ኦሮሙማን) ማጥፋትን ዋና ዓላማው አድርጎ ከሚንቀሳቀሰው የአብይ አህመድ አገዛዝ በላይ(ወይም የሚብስ) ጠላት የለንም:: ይሄን ከሚያደርግ ማንኛውም ኃይል ጋር አንተባበርም:: ማንነትህን ከማይቀበል: ከማንነትህ ጋር ጠብ ያለውን የፖለቲካ ኃይል: ዛሬም ነገም ሳናሰልስ እንታገለዋለን:: #MakeNoMistake!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo

Gootichi abdiin Oromoof Oromiyaa WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeediin Bakkalcha Barii guyyaa har'aa jechuun Adoolessa 03/2025  magaalaa Fiichee jalatti akka baalaatti harcaasee bahe.
   
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ03/07/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሥር በከልቸ በሪ ብርጌድ በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ፊቼ ከተማ አስተዳደር ስር በሚገኝ የገጠር ቀበሌ ውስጥ የፋሽስቱን ብልፅግና ቡድን ሠራዊት እንደ ቅጠል አራግፏቸው ወቷል.....

ለጊዜው ቦታው ያልተጠቀሰው በምክንያት ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#ODUU_GADDAA

Godina Wallagaa Lixaa Aanaa Laaloo Assaabii Ganda Jaarsoo Daamotaa jedhamutti Tajaajilaa Waldaa Kiristaanaafi abbaa maatii kan ta'e nama #Fayisaa_Waaqtolaa jedhamu ganama kana Adoolessa 3/2025 mana keessaa qabun mana irra fageessanii bakka addaa Daalattii jedhamutti rasaasa itti roobsuun wara*nni maaf*yaa pp ajje*stee jirti.

Sirnichi sirna Oromoo duguuguudha.
DHAYI JALAA!

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ዛሬ ጧት ማለትም በ3/07/25 በምዕራብ ወለጋ ዞን ላሎ አሰቢ ወረዳ ጃርሶ ዳሞታ ቀበሌ ውስጥ የወንጌል አገልጋይ የሆነን ግለሰብ ስሙ #ፈይሳ_ዋቅቶላ የተባለ የፋሽቱ ብልፅግና ሠራዊት ከቤቱ ይዘውት በመውጣት ራቅ አድርገው ልዩ ስሙ ዳለቲ በተባለ ቦታ ላይ የጥይት ዶፍ በማውረድ ገለውታል አቶ ፈይሳ የቤተሰብ ኃላፍም ነበረ......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ በአሁኑ ሰዓት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በኦሮሚያ ውስጥ በከካውን እያዘነበ ይገኛል...

#ደቡብ_ዞን
የቡርቃ ቢሊሱማ ኮማንዶ ክ/ጦር

#ማዓከላው_ዞን
የበከልቻ በሪ ብርጌድ

#ምዕራብ_ዞን
የሶንሳ ብርጌድ ሥር
-የአባ መጫ ጭብራ
-የጃል ሞይ ጭብራ

ፋሽስቱን የብልፅግና ሠራዊት እንደ ጉድ እየለበለቡት ይገኛሉ.....ዝርዝሩን ከቆይታ በኋላ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo

Birgeedaa bakkalcha barii G/SH/K Fichee bakka addaa Torbanashe
qawwee Akm 9
Boonbii 7
Rasaa 815
Hidhannoo komando 4
Madoon ishee 8
Morgan 17

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ03/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዓከላዊ ዞን ስር በከልቸ በሪ ብርጌድ በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ፊቼ ከተማ አስተዳደር ልዩ ስሙ ቶርበንሼ በተባለ ሥፍራ ላይ የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን ሠራዊትን 17 ቀርጥፎ 8 ክፉኛ በማቁሰል በርካታ ተተኳሾችንና መሣሪያዎችን ማርኳል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን እንዲህ ህፃናትን እያዘመተ አለም አቀፍ ህግን በተጻረረ መንገድ እያበላ ይገኛል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ ትላንት ማለትም በ3/07/25 ጣት 11:00am ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምዕራብ አርሲ ዞን ዶዶታ ወረዳ አሙዴ ቀበሌ ውስጥ በፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት ላይ ባዘነበው በከካ 30 ቀርጥፎ 18 ክፉኛ በማቁሰል 1 የደህንነት አባል ማርኳል በዚህ እርምጃ ጀግናው ሠራዊት የተለያዩ መጠን ያላቸውን መሣሪያ መማረኩም ታውቋል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#ODUU_ARIIFACHIISAA

IJOOLLEE OROMOO WARAANA MOOTUMMAA KEESSA JIRTU MARAAF.........

Biltsiginnaan ijoollee waraana keessa jiran irratti marii bifa addaatin mari'achaa turte goolaba akka itti goote odeessi keessoo biltsiginnaa jalaa baate.

MARICHIS:- Ijoolleen waraana mootummaa keessa jiran kan Sabaan Oromoo ta'an WBO tti harka kennachaa jiru, Kan sabaan Amaaraa ta'an immoo Faannootti harka kennechaa jiru.
Nuti asumaa biiroo teenyee akka nama waraana qabuutti dhaadachaa jirra, garuu waraanni keenya badee dhumaa jira jettee marii gochaa turte.

👉Marichas bifa kanaan goolabdee jirti.
Ijoollee Oromoo taate hunda tokkoo lamaan funaannee hundayyuu gara lola daangaatti ergina.
Lola faannoo, tigree, Ertira fi kkf tti erginee lolchiifna malee ijoolleen Oromoo yeroo dhiyoo keessatti WBO tti makamtee nu harkaa dhumti jettee murteessitee kaate.

👉👉👉👉HUBACHIISA👈👈👈👈
Ijoolleen sabaan Oromoo taatanii Oromiyaa keessa jirtan hundii keessanuu Biltsiginnaan lola isin hin ilaallannetti isin oofuuf waan karoorfatteef yeroo gabaabaa keessatti tooftaa mataa keessanii fayyadamuun gara WBO tti akka makamtan isiniif dhaamna.

Warroonni WBO tti makamuuf osoo fedhii qabdan olola garagaraa sodaachaa jirtan WBO jechuun Obbeelleewwan keessan akka ta'an beekaatii shororkaa keessaa ba'aa.

WBO'n akka isin itti yaaddan sana osoo hin taane obboleessa keessan waan ta'eef yoo barbaaddan haala jiru hunda isiniif mijeessee gara maatii keessaniitti isin galchuu danda'a.

Kanaaf Ijoolleen Oromoo yeroon of baraaraa isiniin jenna.

Dabalataanis WBO'n obboleewwan isaanii simachuuf hamilee guutudhaan eegaa akka jirus abdii qabna.

SHARE Gochuun ijoollee Oromoo hunda biraan nuuf gahaa.

IJOOLLEEN OROMOO YEROODHAAN OF BARAARAA

Oromiyaan Biyya
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Ol horfee gad horfee jedhee #Jaal_Qeerransof_Bakakka_Birgedi'n

#Birgeediin_Abiddaa Aanaa #Liibaa_Jaawwiitti ol horfee gad horfee injifanoo boonsaa galmeessee hidhannoo hedduus diinarraa dhuunfateera

#መረጃ፦ዛሬ ንጋት ላይ ማለትም በ04/07/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሥር አቢደ ብርጌድ በምዕራብ ሸገር ዞን ሊበን ጃዊ ወረዳ ውስጥ የሚገኘውን የፋሽስቱ ካምፕ በመግባት ሲረፈርፋቸው አርፍዷል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Gadda_ulfaataa

Guyyaa irraa gara guyyaatti murni pp kun ilmaan Oromoo irratti gaaffii tokko malee rasaasa itti roobsuun ajjeesuu itti fufe.

Oduuma kanaan wal-fakkaatuun nama maqaan isaa tsaadiq Yuusuuf jedhamu Barataa diinii kan sheek Ahamad Toofiiq Awwadaayi kan ta'an Badii tokko malee Qaama Mootummaatiin ajjeefamee .
Bakki dhaloota isaa Aanaa Ciroo Araddaa laaluu Guddoo Ganda Goraa jedhama.

bakki itti dhawame naannoo magaalaa halkan keessa osoo gara mana isaanii deemaa jiruu eessaa deemta jedhaniinii milishaan rasaasaan dha'uun fuudhanii mana yaalaa hoggaa geessan osoo hin Turin halkan eedaa lubbuun isaa sa'aati 6:00 irratti dabartee.

Maaloo barattoonni diinii maal isin godhanii
Dhimma siyaasa tokko keessa hin jiru gurbaan kuni diinii barachaati Gam tokkoon immoo markaza Daaru najaat jedhuun ijoollee barsiisaa osoo jiru maatii ziyaaruuf biyyatti galee maal balleeysee balleessaa tokko malee rasaasaan dha'amee ajjeefame namni kun jedha hawaasichi.

Egaan koloneel abiyyi "ani ilma Oromooti" ofiin jechaa ilmaan Oromoo guyyaa irraa gara guyyaatti osoo hin ajjeesin oolaa hin jiru.
Kanaafuu diina si fixuuf sitti duule ofirraa baasuuf dammaqi yaa Oromoo .@highlight
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ04/07/25 ከቀጥር በኋላ 4:00pm ላይ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ደቡብ ዞን በምዕራብ ጉጂ ዞን ዱግደ ዳዋ ወረዳ ቢዮ ቁንዲ ቀበሌ ልዩ ስሙ ጣሳ በተባለ ሥፍራ የኦነሠ ለማመስ በሚል ስም የተሠማራው የፋሽስት ብልፅግና ሠራዊት ህዝባችንን ለማሠቃየት ለመንጠቅና ለመዝረፍ ቢወጣም በጀግኖቹ ክንድ አደባይተውታል በዚህም ጥቃት ሙትና ቁስለኛ ሲያደርጋቸው ልዩ ልዩ መሣርያዎችንም ማርኳል...
2025/07/05 03:57:44
Back to Top
HTML Embed Code: