Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
ፍትህ
በሌለበት
ሰላም ፈጽሞ አይኖርም!!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
በግፍ ለተነጠቁ እነዚህ ውድ ነፍሳት ሁሉም ባለ ድርሻ ገዳዮች አስገዳዮች የዘሩትን የሚያጭዱበት ጊዜ እሩቅ አይደለም.....

እውነት ትቀጥናለች እንጂ አትበጠሶም.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ፍትህን በአባት ምድራችን ላይ በደማችን እናጸናለን.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
የሀጫሉን ልብስ የለበሱትን የሀጬ ገዳዮች እያደኑ ነው....ወረ አምቦና ፊንፊኔ ጥንቃቄ!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መሩጃ፦ዛሬ ማለትም በ30/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በምሥራቅ ወለጋ ዞን ዲጋ እና አርጆ ጉደቱ መሀከል ፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን ላይ በከካውን ሲያወርድ አርፍዷል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#አሳዛኝ_መረጃ፦ በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ በጨቂ ቀበሌ ውስጥ የሚኖሩ  #ወይዘሮ_በሹ_ደበላ_ነሜ የተባሉ ግለሰብና አባት የሌላቸውን ልጆች የሚያሳድጉ የነበሩ በፋሽስቱ ሠራዊት ከተያዙ በኋላ በተሬ ከተማ አስተዳደር ውስጥ ሲያዞሯቸው ውለው ከተጫወቱባቸው በኋላ እኝህን ምስኪን የልጆች እናት በመረሸን ልጆቻቸውን በሜዳ ላይ አስቀርተዋቸዋል በወ/ሮ በሹ ግድያ ውስጥ ብፕቀጥታ ዕጃቸው ያለበት፦
     1- #አምበሳ_ገረፋ የቀበሌው ሚሊሻ...
      2- #ካቴ_ተርፋሳ የትውልድ ቦታው እዛው እሳቸው ቀበሌ የሆነ ሰላይ....
        3- #ደሳለኝ የተባለ የዛው ቀበሌ አስተዳደር ናቸው......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Soddoo Dachii Ganda Bacaqii keessatti waraa-nni mootummaa haadha maatii aadde Bashuu Dabalee nama jedhaman gandicha keessa fuudhanii Magalaa Tarree geessanii erga uummata keessa naannessanii itti taphataniin booda uummata yaasanii fuulduratti ajjee-san!
Aadde Bashuun haadha daa'imaa bakka abbaafi haadhaa buutee daa'ima ishee joortee guddifattudha. Nama jooree jaawwaree daa'ima ofii guddifatu daa'ima ishee irra galaa-fatanii ilmoo ishee alatti hambisan. Ijoolleen ishee abbaa hin qaban. Bakka abbaas haadhaas buutee guddisaa jirti.
Namoonni ajjee-chaa ishee qindeessan

1, #Ambassaa_Garaafaa, milishaa ganda sanaati.
2, #Katee_Taaffasaa, iddoon dhaloota isaa ganduma saniti.
3, #Dassaleny, bulchaa ganda saniiti.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Oduu_Akkaan_Gaddisiisaa!

Godina harargee lixaa hardiimitti Ummanni harkaan lafa qotee bishaan baafachuuf odoo yaaluu hallayyaan irratti jiguun Lubbuun namoota hedduu darbeera.
Humna Gargaarsaa waan hin qabneef nama Lubbuun hafeef reeffa biyyee jala baasullee hin dandeenye!

#Badhaadhina_Abjuu

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ30/0/6/25 በምዕራብ ሐረርጌ ዞን ሀርዲም ወረዳ ላይ ውሀ ከጉድጓድ ለማውጣት በመቆፈር ላይ በነበሩት ወገኖቻችን ላይ ገደሉ ተደርምሶ በርካታ ሰዎች ሳይሞቱ እንዳልቀረ ተዘግቧል....
የአደጋ ጊዜ ደራሽ ኃይል ባከባቢው ባለመኖሩ ህዝባችን በቁፋሮ ለማትረፍ እየተጣጣረ ቢሆንም ፈጥኖ ለማዳን የሚደረገውን ጥረት አዳጋች ያደርገዋል.....ለሚኮ አናኒካ!!!

#የናንተ_ብልፅግና_ህዝባችንን_መቅበር_ነው_ደርሷል_የናንተ_መቃብር!!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Walloo ijoolleen Warqituu akka gaariitti xurii walawaltee qulqulleessiteetti.

ጀግንቹ የወርቁቱ ልጆች ፋሽስቱን ከነአጋሮቹ ሲለበልቡት ውለዋል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ህዝባዊ ኃይል በመሆኑ እያንዳንዱን እንቅስቃሴ ከገዛ ህዝቡ ጋር እየተማከረና እየተነጋገረ ወደፊት ይገሰግሳል.....
ፋሽስቶች "ዓሣውን ለማጥፋት ባህሩን ማድረ" በሚል ህዝባችንን እሶከዛሬ ያላየውን መከራ ቢያሳዩትም ከቶ ሳይንበረከክ የጨቋኞችን ጉሮሮ ሰነጎ ይዞ ኢምፓየርቱን እየነቀነቃት ይገኛል......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Sabbataa 

Waxabajjii 30,2025

Galgala kana  sa'a 2:40tti  Sabbataa naannoo Bataskaana Gabreeliitti gantuu fi humna tikaa PP boombiidhaan leencotni magaalaa rukutanii jiru.
Yeroo ammaa bakkichi jeeqamaa jira.

Tarkaanfiin bofa mataa muruu itti fufa!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ#ንሥሮቹ(አባ ቶርቤ) ማምሻውን ማለትም በ30/06/25 ከምሽቱ 8:40pm ሰበታ ከተማ አስተዳደር ውስጥ ገብርኤል ቤ/ክ አከባቢ ገንቱ እና የደህንነት ሰዎችን አብረው በቦምብ ጨቅ አርገዋቸዋል....አከባቢው ከባድ ነውጥ ውስጥ ነው ከመንገድ ላይ ግቡ ምክራችን ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Wallaggaa baha Giddaa Aayyaanaa garaa dichoo  dhiigaan kan miice eenyu ?
Taateen uummata kana irratti ta'e karooruma olii m**tummaan diriirse ta'uu kan adda baasan muraasni maal seete?

1. Humna Faannoo Aanaa Giddaa Aayyaanaa  jalaa gandoota hundaa jalaati  qubatee jiruuf gargaarsi (rasaasa, boba'aafi nyaata) karaa bulchiinsa Aanaa giddaa Aayyaanaa fi bulchiinsa Aanaa amuuru qaqqabsiifamaa turuunsaa ragaan qabatamaa jira! Fkn Aanaa Amuuru keesatti Meeshaa waraanaa uummatarraa sassaabuun 10,000 hanga 30,000tti Amaaratti gurgurachaa turan!

2. Poolisii Federaalaa kan hanga tokkollee aantummaa uummataaf qabu jedhaman humnoota Faannootiin ajjeefaman! Kanaaf kan ragaa ta'ummoo Humni Addaa Oromiyaa Amuuru ganda Rigatee seenee kuusaa meeshaa Faannoo keessaa uuffata Poolisoota Federaalaa dhuman sanaa baasuusaati!
Giddaa aayyaana fi Guttiin keessati milishaa fi HAOn deema lola jechaa duban faannoof haalaa mijeesse   kan fixxe Sanuma

3. Uummata lubbuusaa oolfachuuf baqatee Aanaatti walitti qabame irratti doorsifni bakka keessanitti deebi'aa jedhu karaama hoogansa Aanaan irratti adeemsifama ture.

4 Imltootaaf daandii baanu utuu taane daandii itu cufu fi haalaa uummni keessa jiru hin beekn
Har'aaf humnaa fi aangoo qabdu jabaadha fixa daboo waammadha uummata ficcisiisa! Dhaloonni kun yommiyyu taanaan seenaa kan dagaatu miti .
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu
#Sulultaatiif

Odeessa amma nu gahe.

Ijoolleen kanaan dura miseensa Waraana bilisummaa oromoo
  turanii qabsicha ganuudhaan diinatti galan kanaan dura bosona ta'aanii pp waliin waliif galuun qumaara hin taane taphachaa turan.

Amma immoo erga galaniis leenjii fudhatanii gara magaalaa sulultaatti bobbaafamanii opperation hojjechuu eegaluuf jedhu jedhan baay'inni isaanii nama torba tahu jedhan.

Kanaafuu ijoolleen keenyi quunnamtii qabdan hundatti of eeggannoo tolfadhaa isiniin jenna.

Sabboontota magaalaa sulultaatiif.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ2/07/25 ፋሽስቱ ብልፅግና የደህንነት አመራር ቡድን በምዕራብ ጉጂ ዞን ገላና ወረዳ ላይ ኦፕሬሽን አረጋለሁ ብሎ ገብቶ እራሱ ኦፕሬሽን ሆኗል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Qoosaa sittin fakkaatin adeemsi godaansa dooniin bahara cee'uun baayyee hamaa dha.

Ulee as gubbaatti situmuu fi dambalii qilleensa baharaa dheebuu fi beela qooqqifannaa kun balaa isa xixiqqaadha dhidhimuunis jira.

Kana hunda argaa ilmaan oromoo wanni bahara kanatti oofu waan jabaate hiyyummaa namtolchee hidhaa ajj**chaa reebicha walumaa galatti,rakkina mootummaan Fashi*stii pp fideedha.

Falli jiru kana hanqisuuf ABO-WBO jala hiriiranii mootummaa abbaa irree kana ofirraa buqqisuun qofa taha.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
July 02/2025
#Salaalee_Kuyyuu_ganda_Wuyyee cabaree  jedhamutti RIB Daa'ima Waggaa 9 #Abaaboo Bojaa Tasammaa jedhamtu bakka isheen loon eegdutti #gudeedde. Amma du'aaf Jireenya gidduu jirti

👉Bojaa Tasammaa milishaa bilxiginnaati

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ2/07/25 በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ኩዩ ወረዳ ዋዩ ጨበሬ ቀበሌ ውስጥ #የሚሊሻ_ቦጂያ_ተሰማ የ9 ዓመት ሴት ልጅ የሆነችው #አባቦ_ቦጂያ በአንድ ፋሽስቱ መከላከያ አባል ከብቶችን በምትጠብቅበት የደፍራ በሞትና በሕይወት መሀል ትገኛለች ተብሏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
🎉 BIG EVENT COMING TO SEATTLE – 2025 🟥🟩🟥🇺🇸🇨🇦
#WBOBanquet#ABO_WBO_Seattle2025#CommunityForum

📍Location: Rainier Arts Center
📬 3515 S Alaska St, Seattle, WA 98118

🔥 WBO BANQUET NIGHT
🗓 July 31, 2025
🕔 5:00 PM – 10:00 PM

💼 ABO-WBO USA & CANADA MEMBERS' CONFERENCE
🗓 August 1, 2025
🕚 11:00 AM – 4:00 PM

🤝 COMMUNITY FORUM & GATHERING
🗓 August 1, 2025
🕔 5:00 PM – 10:00 PM

🎶 Inspiring speeches, powerful unity, & more!
🔥 Come celebrate, connect, and contribute to the movement!

📣 All Oromo community members are warmly invited – make history with us!

💬 "In Unity, There Is Strength!"

🔁 Spread the word! ❤️💚❤️

@highlight #highlights #ABO_WBO #highlightseveryonefollowers #highlightseveryone #Oromia Jaarmayaa ABO-WBO
2025/07/05 12:43:12
Back to Top
HTML Embed Code: