Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu_Jalduu
Lixa shaggar Aanaa Jalduu magaalaa Goojjootti har'aa ganamaa irraa kaassuun hoggantootiin olaanoon PP Oromiyaa fi Godinaa irraa dhufun aanaa Cobii fi Gindabarat lamaan irraa magaalaa jalduutti
kadiree,
Poolisaa,
Milishaa walitii qabuun nageenyaa naannoo kanaa akka barbadamuutti hin argamne jechuun Opireeshiin geggeessuf mariitti oltetti.
Waliif Qoodaa.
አዳሜ አፍሽ እንዳመጣልሽ ካካ ስታረጊ ሁሉ ተያይተናል ከግንባር በተጨማሪ ቤት ለቤትም እንጨባበጣለን ያ ካድሬ ካቢኔ!!

#Of_eeggannoo.
Ijoolleen nama kana duraan qunnamaa turtanis tayee kan erga inni galee qunnamtanii hariiroo waliin qabdan, akka if-tiksitan isiniin jenna. Namni kun yeroo dheeraaf calliseema jiraachaa turtee dirqamaan ijoollota hedduu dabarsee afaan sirna abbaa irree kanaa buusaa waan jiruuf akka of-eeggattan isiniif dhaamna.

“Namittiin kun komishinar Tuut koor jedhamti. Bara 2023 guyyaa WBO fi GNEL Magaala Gambeellaa seenanii tarkaanfii fudhatani bahan barii isaa Dhala Oromoo ta'e Manaa baasisee, jaarsa, Jaartii, daa'imaa fi dubartii hunda akka fixan ajaja dabarsee Uummata Oromoo jumlaan fichisiise. Dubartoota Gabaa keessatti Gullitii gurgurattuu fi buna daffistee gurgutu hunda, dhagaa , Gajaraa fi rasaasan fichisiise.
Dhimmuma kanaan wal qabatee Mana sirreessaa federaala Qaallittii ture. Yeroo ammaa manuma sirreessaa federaalaa Iddoo Galaan/Abbaa Saamu'eel/ jedhamuun waamamu Zoonii lammiileen biyya alaa itti hidhaman Zoonii 3 keessa jiraata.
Ammas Manni sirreesaa Bulchaa Mooraa sanaa godhanii jibbiinsa isaa ijoollee Oromoo irratti bahachaa jira. Ijoollee Oromoo badii tokko malee Gammoojjitti akka fe'aman gochaa jira. Fkn Ijoollee baayyee badii tokko malee Baatuu fi Dirre Dawwaatti feesisee jira.
Nama Jibbiinsa Saba Oromootin Machaaye kana Manni sirreessaa Aangoo itti kennee odeeffannoo dogongoraa irraa fudhachuun Oromoon hidhamee illee akka tasgabbaayee hin teenye taasifamaa jira. Gocha dabaa godhamaa jiru kana Uummanni baldhaan akka beeku dhaammanna. Namni kun Komishinaara poolisii naannoo Gambeellaa ture”

#አሳዛኝ_መረጃ፦ በቀደም አማራ ክልል ውድጥ ጎንደር መንገድ መተማ መንገድ ልዩ ስሙ "መቃ" በተባለ ቦታ ከ16 በላይ ከተገደሉት ውስጥ አብዛኞቹ ኦሮሞዎች ወይም መንጃ ፈቃዳቸው አሊያም መታውቂያቸው ኦሮሚያ በመሆኑ የተገደሉ መሆኑ ታውቋል.....ለእንጀራ ብሎ የሄደን ግለሰብ ህይወት መንጠቅ እጅግ ያማል አሁንም ከላይ እንዳልነው እሮሞ የሆናችሁ ወይም መታውቂያ አልያም መንጃ ፈቃዳችሁ ኦሮሚያ የሆነ በፍጹም ወደዛ የሚደረግ ጉዞ ለእናንተ አደገኛ በመሆኑ እንድትቆጠቡ አጥብቀን እንመክራለን.....በዙህ ጥቃት ህይወታቸውን ላጡት መላው ቤተሰብ ወዳጅና ዘመድ መጽናናትን እንመኛለን!!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ27/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በመላው ኦሮሚያ የኦሮሞን ህዝብና ብሎም ኦሮሚያን የሚመጥን ወታደራዊ ተቋም መገንባቱን እንደቀጠለ ሲሆን እነዚህን ጀጀቤዎችንም በተለያዩ የፖለቲካና ወታደራዊ ሳይንስ ሲያሰለጥናቸው የነበሩትን በማዓከላዊ ማሠልጠኛ ማዓከል ለፊንፊኔ ዕጅግ ቅርብ ከሚገኝበት ቦታ በደማቅ ሁኔታ አስመርቋል.....ለመላው ህዝባችን እንዲሁም ዕጩ ምሩቃንና አሠልጣኞች በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ ደስ አለን ለማለት እንወዳለን.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox
Wallaga Lixaa Aanaa Beegii irraa ijooolleen Niqqiluu waliishaa ajjeesaa jirti,ammoo yakka ajjechaallee Shamarran Oromoo irratti raawatan jirti gantuun yoomiyyu Sabaa Oromoo fi hindhaabbattu!

#መረጃ፦በቀደም ማለትም በ26/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የደቡብ ምሥራቅ ዞን በምሥራቅ አርሲ ዞን ሙኔሳ ወረዳ ሄበን ዱቦ ቀበሌ ልዩ ስሙ ቦቃ እና አል-ለማ በተባለ ሁሉት ሥፍራ ላይ በፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት ላይ በወሰደው እርምጃ 29 ቀርጥፎ 33 ክፉኛ ሲያቆስል 1 ከነሙሉ ትጥቁ ተማርኳል በርካታ መሣሪያም መማረኩ ታውቋል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ28/06/25 አመሻሽ ላይ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምዕራብ አርስ ዞን ዝዋይ ዱግዳ ወረዳ ለአሰሳ በደምቢሊ ሀይቅ ላይ ሲጓዝ የነበረን ፋሽስት ኃይል ደረቅ መሬት እስኪናፍቀው ረምርሞታል ተጨማሪ ከቆይታ በኋላ....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ28/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የጃል ሞይ ብርጌድ በምሥራቅ ወለጋ ዞን ሳሲጋ ወረዳ ልዩ ስሙ አባ ዳሌ በተባለ ሥፍራ ፋሽስቱን ብልፅግና ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታዎቹን ከጥቅም ውጪ አድርጓል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Madaa kulkule muurtoo
Isa malli hin malaafne
Tisiisa walgahe tuuttoo
Isa qodaan buqqaafne
Teenye gamaa gamana
Boona jaldeessaa jiruu
Akka dhabnee Akkana
Sin daganne yaa tiruu
Goojjon hunduu cillima
Erga ati ifaan dhaamte
Anoo maalan sitti hima
Garii ,hin galle yaamte
Kuun akuu badadate
Kuun ciniinsuuma Aade
Kuun Suma faana bade
Walalaloon koo kabajamaa falmmaa Mirgga namumaa Haacaaluu Hundeessaatiif😭
Barssaan walaloo
#Ahammad_yusuf

#Of_eegannoo_cimaa
WBO Zoonii G/G....naannoo Muloo, Holotaa Walmaraa....Ada'aa Bargaa,Sulultaa socha,aa jirtan
Tikii PP hoganaa Riphee Lolaa ofiin jedhuu maqaan Dasuu ...lakkofsii bilbilaa 0911800661 kan ta,ee...akkeekkachifin yeroo maraa Naannoo jalduuf ginciitti WBO itti kenee turee...miliqudhaan yeroo amma Holotaa magaala Walmaraa dhokachudhaan ....Sochii WBO hordofa jira
Yeroo amaa magaalaa Holotaaf Walmaraa dhokatee socho'aa jira.
Abbaan torbee Hordoffii cimaa.

#Gantoora warra Mooraan qulqulleessu irraa of tiksaa
Eruu of eganoo
WBO Zoonii Kibbaa konyaa gujii of eganoo.
kun sadanuu Qabsoo WBO gantee diinatti harkka kenittee jirtuu ofi eganoo
1. Maqaan warraa #Sulxaan_Hasan_Bulee.. maqan diirree qabsoo #Falmtaa Bakka Dhaloota Godina Gujii Aana Gooroo Doola Ganda Qaraaruu...Cifra Camee Kuraa...Buttan Falmataa Raastaa... Muraasa Didaa Dheeraa (Afaan Booraa) ...sagli Nimoonaa
2. Maqaan warraa Dhuftee #Daadhii_Tufaa
Maqaan Dirree Qabsoo #Wabii Bakka Dhaloota Shawaa Bahaa Aanaa Booraa Ganda Tuxxee.
3. Maqaan warraa #Gamachuu_Gannoo Lolee maqaan dirree qabsoo #Moo'ii Bakka Dhaloota Gujii Bahaa Aanaa Girjaa Harranfama. Yeroo amma Wajiraa Poolisii Aanaa Garjaa jiru
Ykn bakkaa itti diinaati galaani.

Forwarded from Tsegaye R Ararssa
YouTube
How Abiy Ahmed Built a Potemkin State. The Real Truth Behind Ethiopia's Current State.
Ethiopia looks stable on the surface, glittering skylines, shiny museums, and televised progress. But behind the facade lies a fractured state, an economy in free fall, and a government clinging to illusion. This is the story of how Abiy Ahmed built a Potemkin…
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ29/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰድ ዞን በምሥራቅ ሸገር ዞን ቦሰት ወረዳ ሀረ መርቃሳ ቀበሌ ልዩ ስሙ ሳፊ በተባለ ቦታ ፋሽስቱ ሰራዊት የኦነሠ ለመምታት በሚል የተሠማራው ህዝባችንን እያሠቃየ በነበረበት ቦታ በመክበብ 4 ቀርጥፎ 3 ክፉኛ አቁስሏል....