Telegram Group & Telegram Channel
๐Ÿ—ฃ๏ธ Garaagarummaan namoota amala nama milkaa'aa qabaniifi warra hin qabne gidduu jiru
...

๐Ÿ‘‰ Gowwoonni yeroo hunda waan jijjiiruuf wanti godhamuu qaba jedhu; Warri sammuu mo'ataa qaban kana gochuun qaba jedhu.

๐Ÿ‘‰ Gowwoonni yeroo hunda yaada kan kennan malee gochaan miti; Garuu mo'attoonni waan beekanii fi amanan hojiitti hiikuu malee hin boqotan.

๐Ÿ‘‰ Gowwoonni sababaa fi sababaan badhaadha; Garuu mo'attoonni furmaataa fi jijjiiramaan badhaadha.

๐Ÿ‘‰ Gowwoonni yeroo isaanii waa'ee kaleessaa fi kan darbee baay'ee yaaduudhaan dabarsu, mo'attoonni garuu kaleessa irraa baratu, har'a itti gammadaa, boruu dursanii karoorfataniiru.

โœ‰๏ธ Amaloonni kun uumamaan kan nuuf kennaman miti; isaanis waan yeroon guddachaa turredha. Kanaaf filannoon keenya moโ€™ataa taโ€™uu yoo taโ€™e, hanga ilaalchi armaan olii kun amala keenya taโ€™utti yeroo hunda barruu kana akka daawwitiitti ilaaluun eessa akka jirru beekuun furmaanni hundarra gaariin.

@dirree_yaadaa

tg-me.com/dirree_yaadaa/625
Create:
Last Update:

BY Dirree yaadaa

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 283

Share with your friend now:
tg-me.com/dirree_yaadaa/625

View MORE
Open in Telegram

DIRREE YAADAA Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Among the actives, Ascendas REIT sank 0.64 percent, while CapitaLand Integrated Commercial Trust plummeted 1.42 percent, City Developments plunged 1.12 percent, Dairy Farm International tumbled 0.86 percent, DBS Group skidded 0.68 percent, Genting Singapore retreated 0.67 percent, Hongkong Land climbed 1.30 percent, Mapletree Commercial Trust lost 0.47 percent, Mapletree Logistics Trust tanked 0.95 percent, Oversea-Chinese Banking Corporation dropped 0.61 percent, SATS rose 0.24 percent, SembCorp Industries shed 0.54 percent, Singapore Airlines surrendered 0.79 percent, Singapore Exchange slid 0.30 percent, Singapore Press Holdings declined 1.03 percent, Singapore Technologies Engineering dipped 0.26 percent, SingTel advanced 0.81 percent, United Overseas Bank fell 0.39 percent, Wilmar International eased 0.24 percent, Yangzijiang Shipbuilding jumped 1.42 percent and Keppel Corp, Thai Beverage, CapitaLand and Comfort DelGro were unchanged.

To pay the bills, Mr. Durov is issuing investors $1 billion to $1.5 billion of company debt, with the promise of discounted equity if the company eventually goes public, the people briefed on the plans said. He has also announced plans to start selling ads in public Telegram channels as soon as later this year, as well as offering other premium services for businesses and users.

DIRREE YAADAA from us

Telegram Dirree yaadaa
FROM USA