Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_Gadda!

Shawaa kibba Lixaatti Waaqeffattoota konyaa sadeen Soodddoo Galma malkaa Fincaa'aatti koree galmaa fi miseensota galmaa namoonni lakkoofsan jaha tahan Raayyaan ittisa biyyaa" Shaneedha" jechuun bakka tokkotti fix" ee deemun dhagahame Ijoolleen kun huccuu galmaa fi jibbaa bakkaamiicca jiran lagatti itti dhaquun gocha suukanneessaa kuun irratti raawwatame jedhame.
Maqaan ijoollee wareegamte kanaatiis:

1, #Dagguu_Jidhaa
2, #Lammeessaa_Maaruu
3, #Abuu_Shaanee
4, #Kumaa_Guutaa
5, #Bashadaa_Adii
6, #Gurmeessaa_Tashomaa

Kan jedhamaniidhaa. Bolaa isanii Dadhiin haguutu.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ9/06/25 በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሸነን ሶዶ ወረዳ #የፊንጫኃ_መልካ_ገልማ የገልማው ኮሚቴና አባላት በቁጥር ስድስት የሆኑ ሰዎችን የፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት "ሸኔ ናቸው" በሚል በአንድ ቦታ በጥይት ደብድቦ ረሽኗቸዋል እነዚህም ሰዎች
   1- #ደጉ_ጂdha
   2- #ለሜሳ_ማሩ
   3- #አቡ_ሸኔ
   4- #ኩማ_ጉታ
   5- #በሻዳ_አዲ
   6- #ጉርሜሳ_ተሾመ
የተባሉ እንደነበረ ታውቋል....ለመላው ቤተሰብ ዘመድ ወዳጅና ህዝባችንን መጽናናትን እንመኛለን....ለፈሰሰው ንጹህ የኦሮሞ ደም ዋጋ ትከፍሉበታላችሁ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_Gadda!

Shawaa kibba Lixaatti Waaqeffattoota konyaa sadeen Soodddoo Galma malkaa Fincaa'aatti koree galmaa fi miseensota galmaa namoonni lakkoofsan jaha tahan Raayyaan ittisa biyyaa" Shaneedha" jechuun bakka tokkotti fix" ee deemun dhagahame Ijoolleen kun huccuu galmaa fi jibbaa bakkaamiicca jiran lagatti itti dhaquun gocha suukanneessaa kuun irratti raawwatame jedhame.
Maqaan ijoollee wareegamte kanaatiis:

1, #Dagguu_Jidhaa
2, #Lammeessaa_Maaruu
3, #Abuu_Shaanee
4, #Kumaa_Guutaa
5, #Bashadaa_Adii
6, #Gurmeessaa_Tashomaa

Kan jedhamaniidhaa. Bolaa isanii Dadhiin haguutu.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ9/06/25 በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሸነን ሶዶ ወረዳ #የፊንጫኃ_መልካ_ገልማ የገልማው ኮሚቴና አባላት በቁጥር ስድስት የሆኑ ሰዎችን የፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት "ሸኔ ናቸው" በሚል በአንድ ቦታ በጥይት ደብድቦ ረሽኗቸዋል እነዚህም ሰዎች
   1- #ደጉ_ጂdha
   2- #ለሜሳ_ማሩ
   3- #አቡ_ሸኔ
   4- #ኩማ_ጉታ
   5- #በሻዳ_አዲ
   6- #ጉርሜሳ_ተሾመ
የተባሉ እንደነበረ ታውቋል....ለመላው ቤተሰብ ዘመድ ወዳጅና ህዝባችንን መጽናናትን እንመኛለን....ለፈሰሰው ንጹህ የኦሮሞ ደም ዋጋ ትከፍሉበታላችሁ!
Forwarded from Save Oromia 💪
Ibsa Gaddaa!

Waxabajjii 02 /2017

Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa, Giddu gala Giddugaleessaa, Wiirtuu Amantii Waaqeffannaa Finfinneefi Naannawaa Finfinnee, Konyaa Amantii Waaqeffannaa Sooddoo Daaccii, Aanaa Sooddoo Daacciitti kan argamu Koreelee Amantii Waaqeffannaa Galma Malkaa Fincaa'aa Waxabajjii 01/10/2017 guyyaa naannoo sa’aa saddeeti (08:00) humna nageenyaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Haqaaqii irraa dhufaniin osoo Galma irraa bahaa jiranii too'atamuun namni ja’a (6) Ganda Laangannoo iddoo addaa "Mogoroo" jedhamutti bakka tokkotti jimlaan ajjeefamaniiru. Maqaan namoota ajjeeffamaniitis:

1. Gurmeessaa Tashoomaa Hundee
2. Hundeessaa Naanneessaa
3. Dagaagaa Jiidhaa Baatii
4. Lammeessaa Maaruu Gojolii
5. Bashaadaa Adii Miidhaksaa
6. Kumaa Nagoo Jaamboo

Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa gadda itti dhaga'ame ibsaa; maatiifi miseensota isaatiif jajjabina hawwa! Qaamni dhimmi kun ilaallatu taatee kana qulqulleessuun mirga heerri mootummaa amantii tokkoof kennu akka nuu kabajamuufi qaamni yakka kana raawwate seeran akka gaafatamu gaafachaa, dhimmi kun gama dhaabbataatin qoratamaa kan jiru yoo ta’u, miseensonni Dhaabbata Hordooftoota Amantii Waaqeffannaa bakka jirtanitti obsaafi tasgabbiin akka nu eegdan jenna! Ayyaantummaan isaanii dhalootaf haa hafu!

Youtube: https://youtube.com/@dhaabbatahordoftootaamanti9945?si=hwFZ9N37DRRQ-Vzm

Telegram: https://www.tg-me.com/waaqeffannaa_religion_fa

X (twitter): https://x.com/DhaabbataW?t=oMGm0ZQbsMMKBkrOemCFvg&s=09
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Inbox

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Habaaboo Guduruu, Ganda Biiftuun Nuuf Baatee  jedhamutti, Murni Biltsiginnaa dararaa fi hidhaa namoota nagaa irratti taasifamu akkuma itti fufetti jira.

Waxabajjii 6 fi 7,2025 Murni biltsiginnaa ummataa nagaa WBO waliin hariiroo qabdu jechuun, namoota nagaa mana hidhaa Waajjira poolisii Aanaa Habaaboo Guduruutti dararaa jiraachuu isaa, odeeffannoo achii arganne ni mirkanneessa. Namoonni nagaan hidhaman maqaan akka armaan gadiiti.

1ffaa. Obboo Baal'inaa Mangashaa
2ffaa. Obboo Buzaleem Kabbaddee
3ffaa. Obboo Fiqir Mangashaa
4ffaa. Obboo Guutuu Gindabaa
5ffaa. Obboo Habtee Guutuu
6ffaa. Obboo Mulgeetaa Taaffaasee
7ffaa. Obboo Mitikkuu Aggafaarii fi Hadhaa warraa isaa waliin, sababaa ilmikee miseensa waraana Bilisummaa Oromooti jedhanii hidhan.

8ffaa. Obboo Gizaachoo Kabbadaa Hadhaa Mana isaa fi ilmaa isaanii Cimdoo Gizaachoo ta'anii maatii tokko keessaa (3) sababa ilmi keessaan miseensa Waraana Bilisummaa Oromooti jedhanii dararaa jiru.Taateen Aanaa sana keessaatti ummata nagaa irratti ta'aa jiru, akka malee waan garaa nama gubudha

@highlight
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Abbaa_Torbee.

Teessoo Humna Qilleensaa Empaayeeraatti Magaalaa #Biishooftuu . kaambii Maakkalakiyaa Ganda 01 keessatti argamu laafa walitti qabama Ajajootni waarananni pp Argaamanatti odessuma keessoo moorichaa irraa argaateen Taarkaanfii Haaleellaa boonbii fudhaateen D
4 du'aan Adaabee 5 n madoo ciimaan
Adaabee jira

#መረጃ፦አሁን ማምሻውን ማለትም በ9/06/25 #ንሥሮቹ(አባ ትርቤ) በኢምፓየርቱ አየር ኃይል መቀመጫ በሆነችው #ቢሾፍቱ ከተማ አስተዳደር ውስጥ የመከላከያ ካምፕ 01 ቀበሌ ውስጥ የሚገኘውን ከውስጥ በተገኘ መረጃ በቦምብ ድባቅ ተመቷል እስካሁን 4 ሲሞቱ 5 ክፉኛ ቆስለዋል ተብሏል......ይቀጥላል ባሻ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo_Caanqaa

Abdii Fi Gaachanni Uummata Oromoo WBOn galgala kana Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa Ganda Cirrachaa jedhamutti turtii sa'aa 1:30 keessatti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Sa'aatii ammaa Waraanni RIP daandii maqa Ganda Koomboo fi Cirrachaarra dhaabbattee jirti!

Injifannoo bal'aan walitti deebina.

#መረጃ፦አሁን ማምሻውን ማለትም በ9/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በቄሌም ወለጋ ዞን ሰዲ ጫንቃ ወረዳ ጪረቻ ቀበሌ ከምሽቱ 7:30pm ላይ በወሰደው እርምጃ በርካቶችን ሙትና ቁስለኛ ሲያደርግ ሬሳ ለመልቀም አሁን በርካታ መከላከያ ጪረቻ ቀበሌ እና ኮምቦ ቀበሌ መንገድ ላይ ቆማለ ህዝባችን ጥንቃቄ እንዲያደርግ እንመክራለን.....

#WBOn_haawaaru!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ9/06/25 በበጋምቤላ ብ/ክ/መንግሥት ኑዌር ዞን መታር ከሚባል ወረዳ ወደ አኮኮ ወረዳ ተሳፋሪ ይዞ በመጓዝ ላይ የነበረው ጀልባ በኢትዮጵያና በደቡብ ሱዳን ደንበር መካከል ሰፍሮ የነበሩ የደቡብ ሰዳን በጀልባዋ ላይ ያደረሱትን ጥቃት ተከትሎ በአቅራቢያው ላይ በነበሩ በኢትዮጵያ ፌደራል ፖሊሶችና በደቡብ መከላከያ ሠራዊት መካከል ቡርቤይ  በሚባል አዋሳኝ  ቀበሌ አከባቢ ዉጊያ ተከስቷል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Godina Iluu Abbaa Booraa!

"Rakkoo fageenyaa malee rakkoo nageenyaa hin qabnu" jette faarsebulaan Iluu

"Taateen kun Aanaa Haluu Ganda kidanemihret jedhamuti kan tae gaafa sanbataa.
Nama #Habatamu_Alamuu (tiliquu mirinda) jedhamuun beekamuu giddidhan Ambuulaansi gali jedhanin sana booda lakki an hin deemu utuun jedhe diduu sensiisun utuu uummati fi caasaan gandaa dhaabbate adaraa dhiisa jedhe itti iyyuu rasaasa itti roobsun galafatan.
"Oromoon wal ta'i ofta'i kaadire ilmaan keetti xiyyeeffatetti xiyyeedhu".

#አሳዛኝ መረጃ፦ይህ የምትመለከቱት የተፈጸመው በ7/06/25 በኢሉአባቦራ ዞን ሀሉ ወረዳ ኪ/ህረት ቀበሌ ላይ ስሙ #ሀብታሙ_አለሙ(ትልቁ ሚሪንዳ) ተብሎ የሚታወቅ ብግድ "አምቡላንስ ውስጥ ግባ" በማለት ሲያስገድዱት "አልገባም" በማለቱ ህዝብና የቀበሌው አስተዳደር ፊት እያዩ በጥይት ደብድበው ገለውታል

"ለካድሬና ካቡኔ ምህረት የሚባል ነገር ኖሮም ሊኖርም አይችልም"
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ10/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቶሌ ወረዳ ላይ ፋሽስቱን እንደ ቅጠል አራግፎታል ........
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#አሳዛኝ_መረጃ፦እነዚህ ሁለት ወጣቶች ባለፈው ሳምንት ማለትም በ3/06/25 በምዕራብ አርሲ ዞን ዱግዳ ወረዳ ኦጎልቻ ከተማ አስተዳደር ከእሥር ቤት በማውጣት ባቱ ዱግዳ ቀበቤ ላይ የከተማው ከንቲባ ትዕዛዝ በመስጠትና እሱ በቆመበት በሽምቅ ወታደሮቹ በጥይት ተደብድበው ተገለዋል......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox

በአኮቦ ወረዳ በሙሩሌ ታጣቂዎች በተደረገው ጥቃት በሰው ላይ ጉዳት መድረሱ ፖሊስ አስታወቀ።
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
ሰኔ 4 ቀን 2017 ዓ/ም (የጋምቤላ ፖሊስ ኮሚሽን የሕዘብ ግንኙነት ክፍል)

ሰኔ 1 ቀን 2017 ዓ/ም ከቀኑ በ10:00 ሰዓት ላይ በኑዌር ብሔረሰብ ዞን በአኮቦ ወረዳ ካንካን ቀበሌ ከደቡብ ሱዳን ከብት ለመዝረፍ ዘልቀው በመጡ የሙርሌ ጎሳ ታጣቂዎች በተደረገው ጥቃት ሁለት ሰዎች መሞታቸውና አንድ ወጣት ታግቶ መወሰዱ ከአኮቦ ወረዳ ፖሊስ ጽህፈት ቤት ሪፖርት ተደርጓል።

በሙርሌ ጥቃት በጥይት ተመትተው ሕይወታቸው ያጡ 1ኛ. ሟች ቦት ዴንግ ዕድሜ 40 ዓመት ፆታ ወንድ፣ 2ኛ. ሟች ኒያል ሎል ዕድሜ 36 ዓመት ፆታ ወንድ፣ ሲሆኑ 3ኛ. ወጣት ኮንግ ኒያል ዕድሜ 14 ዓመት ፆታ ወንድ በሙርሌ ጎሣ ታጣቂዎች ታግቶ የተወሰደ መሆኑን ተገልጿል።

የወረዳው ፖሊስ፣ ሚሊሺያና የፌዴራል የፀጥታ አካላት በጥብቅ ክትትል ላይ እንደሚገኙ ጨምሮ ከሪፖርቱ ለማወቅ ተችሏል።
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Hawwii_guddinaa
Sirni impaayera Itoophiyaa Kan oromoo kutaa,Lagaa fi Amantiin addaan qoqqoodee walitti buusuun umrii isaa dheereffatuu Bare Godina Harargee lixaa, Aanaa Hawwii guddinaatti hordoftoota Amantii Muslimaa Fi hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Jiddutti shira xaxeen Wal nyaachisaa jira.
Akka waan Hordoftoonni Amantii waaqeffannaa Gubanii fakkeeysuun Dabballoonni PPn bobbaafte Qur'aana Gubanii jiran.
Akkasumas Akka Waan hordoftoonni amantii muslimaa Gubanii fakkeeysuunis Galma waaqeffannaa gubanii jiran.

Ummanni oromoo naannoo kana jiraattan Kan walitti isin buusaa jiru shira diinaati malee Amantiin walitti isin buuftu akka hin jirre hubachuun diinni keenya Sirna impaayera Itoophiyaarratti qabsooynee ifirraa kuffisuurratti haa xiyyeeffannuun dhaamsa keenya.
2025/07/08 05:09:12
Back to Top
HTML Embed Code: