Telegram Group Search
Haleellaa Haamaas waraana Israa’eel irraa raawwateen hoggantoonni waraana Israa’el 4 ajjeefamanii hedduun isaani madaa’aniiru.

Haamaas halkan edaa rookkeettii fageenya dheeraatiin buufata ajaja waraana Israa’el rukute. Kana gochuudhaan hoggantoota waraana Israa’el afur ajjeesee, namoota hedduu madeesse jira.
Haamaas Gaazaa bira darbee haleellaa fageenya dheeraa akkasii milkaa’inaan raawwachuun isaa Israa’el rifachiiseera.
Haleellaa kana
raawwachuun dandeettiin isaa akka hin laaffifamne ka
Israa’el weerara Raafaa irratti raggaasifamuu ishee hordofuun lola humnoota lamaan gidduutti taasifamaa jiru itti fufa jedhamee eegama.
Istaadiyeemii Magaalaa Shaashamannee Keessatti Dorgommiin Haafizoota Qur'aanaa Adeemsifame
☆☆☆
Guyyaa Arraa jechuunis 04-09-2016 Marsaa 4ffaaf Waldorgommii Haafizoota Qur'aanaa Masjiidota gara garaa Irraa Istaadiyeemii Magaalaa Shaashamanneetti   Dorgomisiisaa tureen Hinjifattoota badaase.
☆☆☆
Waldorgommii Haafizoota Qur'aanaa Kanarratti Haafiza Qur'aanaa Sulxaan Ibraahim 1ffaa Bahuudhaan Baajaajii Badhaafame, Akkasuma Lammaffaa Bahuudhaan Abdulaziiz Motorsaaykilii Badhaafame
☆☆☆
Sagantaa Guddaa kana irratti Ulamaa'onni, Du'aatonnii fi Hawaasni Bal'aan Eddoo garagaraa Irraa Hirmaataniiru
https://www.tg-me.com/KeborMedia
Oduu injifannoo

Mujaahidoonni haamaas kaleessa galgala haleellaa baay'ee nama dinqisiisu yeroo tokkotti loltoota Israa'el shororkeessaa ta'an 12 ajjeesaniiru!
Haamaas halkan edaa buufata waraanaa Israa’eel irratti rookkeettii Yassin 105 jedhamtu sadii dhukaasuun lammiilee nagaa kudhan galaafate.
Yeroo bineensonni kun daa’imman Falasxiin ajjeesuuf qophaa’aa jiran kanatti Haamaas tarkanfii fudhachuun looltoota Israa'el barbadeessuu danda'eera

Bineensota 12 ajjeefaman keessaa shan hoggantoota waraanaa fi abbootii qabeenyaa turan.
Loltoota kanaan alattis Haamaas taankii Marakava Israa'el barbadeessuun konkolaachiftoonni taankiis gariin du'anii jiru gariin isaanii madaa'aniiru
Maddi:www.tg-me.com/Seidsocial
#Innaa_lillaahi wo'innaa ileeyhi raaji'uun
Imaamni masjiida osoo salaachisanii masjiidaa ba'aa jiranii ajjeefaman
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆

Keebor Multimedia May 18-2024
☆☆☆
Jiddugaleessaa Goondar Aanaa Daambiyaa ganda Ayenbaatti imaama masjiida kan ta'an Sheek Siraaj salaata maghriibaa salaachisanii osoo ba'aa jiranii hidhattootaan bifa suukaneessaan ajjeefamuu manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa beeksiseera.
☆☆☆
Sheek Siraaj hanga har'a wareegamanitti darasoota waggoottan dheeraaf masjiidichatti barsiisaa kan turan yoo ta'u manguddoo biyyaa jaarsa araaraati jedhan barreessan majlisa naannichaa.
☆☆☆
Nu Hordofaa.
Telegrams
👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/KeborMedi
Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase.

via BBC News Afaan Oromoo
#Oduu_Ammee
Dhaabbata Oduu Tasnimii Iraan: Du’a Pirezidaantii Iraan Ebrahim Raayisii gabaase
Guutuu gabaasuchaa Nu eegaa
Al-jaziiraa
Jaalala sahaabonni rasuulaf qaban
laalaamee
.....................................................
#Seenaa_Ajaa_ibaa

Gaaf Tokko Nabii Muhammad {ﷺ}
Bilaal ibnu rabah dugda duuba isaatiin dhufanii ija isaa qabanii sagalee jijjiiratanii "Ani Eenyu" jedhanii gaafatan

Bilaalis ati umar jedheen Miti jedhaniin

Abu Bakri jedheen Ammas na hin beekne jedhaniin

Usmaanimi jedheen Ammas Rasuulli Rabbii {ﷺ} miti jedhaniin

Bilaal Tole Alii dhaa ree jedhee nama isa ammatee ija qabe kanaan eenyummaa isaa gaafate

Achumaan Rasuulli {ﷺ} ijasaa gad dhiisanii gara fuuldura isaa dhufanii yaa "Bilaal" dhugamatti amma Ana ta'uu na hin beeknee jedhanii gaafatan !!

Bilaali immoo yaa Ergamaa Rabbi akka gaaritti isin ta'uu beeke garuu
Akka yeroo dheeraaf na ammattan waan barbaadeef malee jedhee deebiseef

Hagam takka jaalalti rasuulaa onnee
sahaabotaa akka seente kanumarraa
tilmaamuun hin ulfaatu

Seenaan kuni yoo sitti tole Nabiyyii
Rahmataa #NABI_MUHAMMAD irratti salawaata buusi

http://www.tg-me.com/Waa islaamaa Islamic Foundation/com.waislaama1
http://www.tg-me.com/Waa islaamaa Islamic Foundation/com.waislaama1
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan:
1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan."
2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd
3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha.
4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) .
5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha.
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

http://www.tg-me.com/Waa islaamaa Islamic Foundation/com.waislaama1
http://www.tg-me.com/Waa islaamaa Islamic Foundation/com.waislaama1
Guutuu isaa waa islaamaa media linkii kanaan ni argattu
https://youtu.be/_Nk036NPwMw?si=7-tqGv0eJGQCBmbX
قال الله تعالى : والفجر وليال عشر

قال ابن عباس - رضي الله عنه - : " إنها عشر ذي الحجة“

وقال ابن كثير رحمه الله: المراد بها عشر ذي الحجة.

وقال عز وجل: "وَيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ فِي أَيَّامٍ مَعْلُومَاتٍ"
Eid Mubaarak
Baga ittin geessan
Faawundeeshinii waa islaamaa damee nageellee booranaa wajjiin
Idni kan gammachuu
Kan jaalalaa
Kan tokkuummaa
Kan badhaadhinaa👍
Isiniif haa ta'uu.....jenne jirra
Guutuu isaa waa islaamaa media linki kanaan ni argatuu https://youtu.be/_Nk036NPwMw?si=7-tqGv0eJGQCBmbX
2024/06/26 01:01:09
Back to Top
HTML Embed Code: