Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Odeessa

•Hojjii murnii bilxiginnaa diraama Oromoo irraa tti dalagaa jiru ilaalaa;
....👇
~Shawaa Lixaa fi Kibba lixaa aanaalee akka Ammayyaa, Jibaatii fi Sayyoo faatti PPn Goojja*mee naannicha qubatan hidhachiisuun uummata Oromoo naannichaa qabanii hanga Qar. 1000,000tti gaafachaa jiru. RIB naannicha jiru yoo WBOtu dhufe jadhan Birgeediin lafa gadhiisee dhaqa, yoo Faa**oo jedhan immoo callisee dhaggeeffata jechuun qaamni jiru waraana pp keessaa odeessaa nun gahee miiraa aariin nutti himee ni addeessa...

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሚሠራውን ተመልከቱ.....

በምዕራብ ሸገር ዞን እና በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሥር በሚገኙ እንደ አመያ ጅባት እና ሰዮ ላይ ጎጃሜን በማምጣት አሥፍሮ እስካፍንጫ ካስታጠቀ በኋላ ህዝቡን በማገት እስከ 1ሚ ብር ድረስ እየጠየቁ ይገኛሉ በአከባቢው የሠፈረው መከላከያ #የኦነሠ ከመጣ በብርጌድ ሆኖ ይንቀሳቀሳል ፋኖ መጣ ከተባለ ግን ምንም እርምጃ እንደማይወስዱ የራሱ የብልፅግና ሠራዊት አባል የሆነ በተጎዳ ስሜት ይህንን መረጃ አድርሶናል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu

Sochii dii*aa
Dhaamsaa Ofeegannoo
daandii guddichaa Matahaaraa Adaamaa jidduu bakka addaa 55 jedhamuu dii*nii sochii gochaa jirti....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Kaabineen leenjii irraatti duutee 65 taate,162 ol immoo miliqxe badde😄 Salphina!

OROMIYAAN BIYYA

#መረጃ፦ለሥልጠና ከገቡት ካቢኔዎች የሟቾቹ ቁጥር 65 ሲደርስ 162 ደግሞ አምልጠው ጠፍተዋል....ያዝ እንግዲህ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu

Yeroo darbee humnii waraana Liibaan cuqqaalaa turtee humnaa addaa oromiyaa ofi jettuufi ishee riphee turtee, ammaa kaleessaa galgalaa
makalakayaa humnaa xiqqaa wayii magaalaa adulaalaa seentee turtee.... hara'aa moo kalatti waanbariitti baatee jedhu....
Kunis tulluu cuqqaalaa gubbaa buufachuuf oduun jedhamuus waan jiruuf mee qeerroon hordoffiin addaa baasaa nu akeeka jenna...

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ንጋት ማለትም በ8/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሰደን ሶዶ ወረዳ ላንጋኖ ቀበሌ ላይ በወሰደው እርምጃ ፋሽስቱ ለአሰሳ ወቶ የነበረውን ከቦ በከካ በማውረድ በርካቶቹን ሙትና ቁስለኛ አርጓል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaa Ilaalchisuun Qophii Karaa Zoomii Torban Dhufu Waxabajjii 22,2025 Geggeeffamu Irratti Haa Hirmaannu!
Oromia national Media - Arraata Biyyolessa Oromiyaa
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Urgent.
Amma irraa kaasee waaranni bilisummaa oromoo Zoonii Arsadee Kibba lixa shaggar Keessa sochootaan of eggaannoo ciimaa akka gootaan jabeessaa waliif dhaamaa.
Ppn Abdii kutaachuu irraan kan kaate #Diroonii. Darbachuuf jetti .
Abbaan dhugaa yoomuu ni injiifaata.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo_cululuuqaa

Leeconni WBO Zoonii Kibba Bahaa  Godina Arsii Lixaa  Keesa Socho'u  Tarkaanfii Laalesaa kanbii diinaa irratti Fudhateen Kaanbicha Gutumatti  barbadeese  Diinoota Achi keesa Quphate keessa 
~60  Battalumatti  Yoo  Ajjeesu 
~35  Madoo Danda'amii  hin qabne Madeesee 
~10  Immo  Harkaan Qabateera  Waan Kabicha  keesaa Jiru Hundaa dhufatee  Mooraa Qabsootii Galii Godheera.

Iniiffaanoon ummataa Oromoof!!

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ8/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በደቡብ ምሥራቅ ዞን በምዕራብ አርሲ ዞን ውስጥ በሚገኘው የፋሽስቱ ብልፅግና ወታደራዊ ካምፕ ላይ ባወረደው በከካ ከ60 በላይ ሲቀረጣጥፍ 35 ክፉኛ በማቁሰል 10 ማርኳል በተጨማሪም በካምፑ ውስጥ የሚገኘውን ወታደራዊ ትጥቅና ስንቅ ለትግሉ አውሎታል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማምሻውን ማለትም በ8/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ፋሽስቱን ድባቅ እየመታ ይገኛል.....ቦታው ያልተገለፀው በምክንያት ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#መረጃ፦በመላው ኦሮሚያ የህዝባችንን ቤትና ንብረት የሚቃጠለው የሚዘርፈውና የሚገደለው የፋሽስቱ ብልፅግና ሠራዊት መሆኑን እራሱ የሠራዊቱ ዓባል በጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የተማረከው በህዝባችን መሀል ምሥክርነቱን እንዲሰጥ በተደረገበት ሰዓት እንዲህ ተርኮታል........ህዝባችን በሠራዊታችን ላይ ያለው እምነት እስከምን ድረስ እንደሆነ ይህ ተንቀሳቃሽ ምስል ማረጋገጫ ነው!!

"ዓሣውና ባህሩ ተጣምረው እስከ ነፃነት ይዘልቃሉ"
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu

#Alert 🛎️


Gujii Lixaa.
Eeruu Sochii Diinaa
Aanaa Bulee Horaa Jalatti
Makkalaakeyaan Kallatti Hedduun Sochii tolchaa Jira.
Bakkoonni Sochii Diinaa Jala Jiran..
-Ganda Carii saphaliisaa
-Ganda Gaadduu jabaa Siree
-Ganda Carii Gololchaa
-Ganda Dhamee
-Ganda Qarsaa
-Ganda Ejersa Galaanaa fi
Carii Baddeessaa Keessatti Sochiin Garee Badii Makkalaakeyaa Jira
Haxxee Hidhuun Dursii argami. Qeerroo eeruun Jabeessi.

Dabalataan
Woraanni Guyyaa 2 dura Aanaa SURROO Barguddaa Konkolaataan 11 Buuffame Wal ta'anii sochii godhaa Akka jiru odeessi keessoo isaanii nu dhaqqabaa jira.

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ጀግናው የኦሮሞ ንፕፃነት ሠራዊት አባል የሚሆነው የቁቤው ትውልዱ በራሱ ፈቃድ እንጂ በኃይል አይደለም ስለሆነም ሠራውታችን ከትግሉ ጎንለጎን የተቋም ግንባታውን አጠናክሮ ቀጥሎበታል እነዚህ አዳዲስ ምሩቃን ለአባት ምድራችን አለኝታ ለቀጠናው የሰላም ዘብ ናቸው......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Hordofii

Qeerroon Jala Bu'ii Adda Baasi

"Konkolaataan lobbed track kannen lakkoofsa gabatee biyya keniyaa ta'e yeroo dheraaf meshaa contineran fe'ame kallatti Kibbaa irraa Lixa Wallaggaa Gimbii kambii RIB biyyaati bu'a jiru". Kana hordofii.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo!

WBOn Zoonii kibbaa
Koonya  Gujii Lixaa Aanaa Bulee horaa Ganda carii saphaliisaa iddoo addaa laga gorrooba jedhamutti haxxee hidhuun tarkaanfii aja'ibaa fudhatee jira.

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ9/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ደቡብ ዞን በምዕራብ ጉጂ ዞን ቡሌ ሆራወረዳ ጪሪ ሰጳሊሳ ቀበሌ ልዩ ስሙ ጎሮባ ወንዝ ላይ ፋሽስቱን ሠራዊት ከቦ ድባቅ መቷል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_Gadda!

Shawaa kibba Lixaatti Waaqeffattoota konyaa sadeen Soodddoo Galma malkaa Fincaa'aatti koree galmaa fi miseensota galmaa namoonni lakkoofsan jaha tahan Raayyaan ittisa biyyaa" Shaneedha" jechuun bakka tokkotti fix" ee deemun dhagahame Ijoolleen kun huccuu galmaa fi jibbaa bakkaamiicca jiran lagatti itti dhaquun gocha suukanneessaa kuun irratti raawwatame jedhame.
Maqaan ijoollee wareegamte kanaatiis:

1, #Dagguu_Jidhaa
2, #Lammeessaa_Maaruu
3, #Abuu_Shaanee
4, #Kumaa_Guutaa
5, #Bashadaa_Adii
6, #Gurmeessaa_Tashomaa

Kan jedhamaniidhaa. Bolaa isanii Dadhiin haguutu.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ9/06/25 በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሸነን ሶዶ ወረዳ #የፊንጫኃ_መልካ_ገልማ የገልማው ኮሚቴና አባላት በቁጥር ስድስት የሆኑ ሰዎችን የፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት "ሸኔ ናቸው" በሚል በአንድ ቦታ በጥይት ደብድቦ ረሽኗቸዋል እነዚህም ሰዎች
1- #ደጉ_ጂdha
2- #ለሜሳ_ማሩ
3- #አቡ_ሸኔ
4- #ኩማ_ጉታ
5- #በሻዳ_አዲ
6- #ጉርሜሳ_ተሾመ
የተባሉ እንደነበረ ታውቋል....ለመላው ቤተሰብ ዘመድ ወዳጅና ህዝባችንን መጽናናትን እንመኛለን....ለፈሰሰው ንጹህ የኦሮሞ ደም ዋጋ ትከፍሉበታላችሁ!
2025/07/08 10:44:42
Back to Top
HTML Embed Code: