Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#የነፅፃነት_ጮራ

የነፅፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa)

የፓነል ውይይት
ርዕስ፦ ድህረ አብይ ኢትዮጵያ (Post Abiy Ethiopia)

May/ግንቦት 25፣ 2025,
7 PM CET/
8:00 PM Finfinnee time

Link:
The Zoom webinar:
us02web.zoom.us/j/84276559278?…
Passcode: 300235
Or One tap mobile :
+15642172000,,84276559278#,,,,*300235# US
+16465588656,,84276559278#,,,,*300235# US (New York)
Or Telephone:
Dial(for higher quality, dial a number based on your current location):
+1 564 217 2000 US
+1 646 558 8656 US (New York)
+1 646 931 3860 US
+1 669 444 9171 US
+1 669 900 9128 US (San Jose)
+1 689 278 1000 US
+1 719 359 4580 US
+1 253 205 0468 US
+1 253 215 8782 US (Tacoma)
+1 301 715 8592 US (Washington DC)
+1 305 224 1968 US
+1 309 205 3325 US
+1 312 626 6799 US (Chicago)
+1 346 248 7799 US (Houston)
+1 360 209 5623 US
+1 386 347 5053 US
+1 507 473 4847 US
Webinar ID: 842 7655 9278
Passcode: 300235

YouTube:
https://www.youtube.com/live/wccUn7xYv5A?feature=shared

#highlight
👍5
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Duula Adda waraana Kumaa Tarkaanfii Gooticha WBO Zoonii Bahaa Injifannoo Boonsaa Galmeessee Jira. Caamsaa 20 /2025 Godina H-Lixaa Aanaa Ciroo Araddaa JALLOO Iddoo Addaa Gaara Maraataa irraa Kaasee Magaalaa Ciroo Galchee Injifannoo Kanaan 9 Gara Samiitti 15 Rifar Barresseefii Magalaa Cirootti Ajajootaa Ripe 2 Keessa Jira. Injifannoon Ittii fufa.....

OROMIYAAN BIYYA

#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ20/05/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምሥራቅ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምዕራብ ሐረርጌ ዞን ጭሮ ወረዳ ጃሎ ቀበሌ ልዩ ሥሙመራታ ተራራ መረታ በተባለ ቦታ ላይ በከካውን በማውረድ 9 ቀርጥፎ 15 ክፉኛ በማቁሰል ሪፈር ወደ ጭሮ ሸኝቷል ከቆሰሉት 2 የሽምቅ ተዋጊዎቹ አዛዦች ነበሩም ተብሏል....
👏6🔥21👍1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Odeeffannoo

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona
- Amuruu
- Abee Dongoroo
- Jaardagaa Jaartee
- Horroo Bulluq
fi kkf irraa pp'n guyyaa kaleessaa Caamsaa 21,2025 ganama irraa eegalee interneetii waan kuttee sakatta'insa gaggeessina jettee humna gara sanatti bobbaaftee waan jirtuuf uummanni keenya gama sana jirtan of eeggannoo cimsaan dhaamsa keenya.
👍31
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox

Yeroo ammaa kana biyyii keenya oromiyaan keessa yuu laftii Tuulamaa adda dureen sirna appartayidii jalattii kufaat jirtii. Sirnii pp bututtuun tun Lafa keenya qofa osoo hin taane saba keenya wajjiin lammiilee biyyaa alaattii gurgurachaat jirtii. Kana jechuun koo tibbana lammiin biyyaa alaa mirga lafa itiyopiyaattii akka argataan ashangulliitota mana maree Abiyyii walittii qabate sanaaf dhihaate jira. Kana jechuun akuma Abiyoot kasayee Oromoon yoo na hin deggarree waggaa 100 tokkoof nan cabsa jedhe hojiittii hikaa jira. Gochaa hammaataa fuldura keenyaa dhabbate kana midiyaaleen oromoon qabanii hunidii akkaa ummata keenya dadammaksanii qabsoo oromoon gaggeesaa jiraniittii akka makaman irraattii hojadhaan dhamsa kootii.
👍4🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
"Barsiisaa Daraaraa Raggaasaa jedhama. Godina Shawaa kaabaatti sababa inni mirgi barsiisotaa haa kabajamu jedhe qofaaf guyyaa gaafa 8/9/2017 osoo Godinatti yaa'ii irra jiruu qabuun hidhanii hanga har'aatti gaaffii tokko malee mana hidhaa bulchiinsa magaalaa Godinaa keessatti dara-maa jira"
👍4🤣3🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ በፊንፊኔ የአሜሪካ አምባሳደር የሆኑት #ኤርቨን_ማሲንጋ የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን "በገዛ ህዝቡ ላይ የሚያደርሰውን የድሮውን ጥቃት በአስቸኳይ እንዲያቆም"በማለት ጥሪ አርገዋል....
በተጨማሪም ራሱን የፌደራል መንግሥት ብሎ የሚጠራው ይህ ቡድን በውስጥ ግጭቶች ምክንያት ልጆች ት/ቤት መሄድ እንዳልቻሉ ጠቅሰው በአማራ ክልል የሚንቀሳቀሰው ራሱን ፋኖ የሚለው እና በኦሮሚያ ውስጥ እየሄደ ያለው ግጭት ከኦነሠ ጋር ቀጣይ ድርድር እንዲደረግና በአስቸኳይ የተኩስ አቁም ስምምነት ገቢራዊ እንዲሆን ጠይቀዋል.....
👍17🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox
በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሥር በሚገኙ ወረዳዎች ውስጥ እንደ
- ሶዶ ዳጪ
- ሊበን
የመሳሰሉ አከባቢዎች ውስጥ ከፍተኛ ቁጥር ያለውን ሠራዊት ፋሽስቱ የብልፅግና ቡድ ይዞ እየገቡ ነው አሁን ስለሆነም ህዝባችንና ሠራዊታችን አስፈላጊውን ጥንቃቄ እንዲያደርግ አድርስልኝ.....
👍5
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Sooddoo_Daaccii

Gantuu wbo fakkaattee uummata saamtuuf qorichi kana. Qawwee fakkeessitee mofifikaan waan hojjettu leencicha jalaa hinbaatuu.

#መረጃ፦ማምሻውን ዛሬ ማለት በ23/05/25 በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ላይ "በኦነሠ" ስም ይህንን ጠመንጃ አስመስሎ ህዝባችንን ሲዘርፍ የነበረን ንሥሮቹ ከአፈር ቀላቅለውታል.....
5🏆2
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#AMMEE

💔😭🕊️ Caamsaa 20, 2025
Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Daarimuu
Ganda Beenaa 1ffaa fi 2ffaa gidduutti

Gocha gaddisiisaa, daa'immani fi dargaggoonni torba gara jabina hamaan waraana Impaayera Itiyoophiyaan ajjeefaman. Daa'immaaniif dargaggoon, utubaaf abdii egeree biyyaati.Abjuu qabu, Gara fuulduraatti hojjetanii, baratanii iddoo kaayyeffatan ga'uuf fedhii qabu. Garuu doofaa mul'ataaf kaayyoo hin qabneen abjuunsaanii duukkanoofte 💔

Warra lubbuun darbe:

1. Boonaa Abdurramaan Buruusaa – Ganna 13
2. Falmataa Abdallaa Ahimad – Ganna 14
3. Adinaan Sheekoo Abdullaa – Ganna 16
4. Firoo Aliyyii Adam – Ganna 13
5. Badhaasaa Ammee Maammud – Ganna 13
6. Naa’ol Asaffaa – Ganna 25
7. Maadii Misbaahuu – Ganna 16

💔 ijoollee turan, barattoota turan, hooggantoota boruu turan.

#JusticeForIluu #OromoLivesMatter #NeverForget #Caamsaa20 #Daarimuu #Massacre

OROMIYAAN BIYYA
😭7👍4🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Birgeedin Simbirtuu Barii ijoolle Niqiluu fi ergamtoota Impayeera oliif gadii oofe gadoochisa jira.

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ24/05/25ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት #የሲምቢርቱ_በሪ_ብርጌድ የንቅሉንና ፋሽስቱን ሠራዊት እየወቃው ይገኛል
6🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግናው ቡድን በቀደም እንደዘገብነው ኦሮሞን ከሌሎች ብሔር ብሔረሰቦች ጋር የማጋጨት አባዜውን በመቀጠል በቤንሻንጉል ጉምዝ ክልል ሶጌ ወረዳ አንገር ሜጢ ቀበሌ ላይ በከፈቱት ጥቃት በርካቶችን ከጨረሱ በኋላ ጥቃቱን የፈጸመው "የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት" ነው በማለት በህዝብ ደም ተመጻድቀዋል......
👍3😭3
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox

Guyyaa kaleessaa G/L/W Aanaa Beegii G/Lophii fi Xiilloo bakka jedhamutti ijooollee niqqiluu fi RIB Miliishaa waliin taatee kan lola bantee gaachana sabaa kan ta'e WBOn dirree sanarra jiru dacheetii makee jira abbaa injifannoo Boonsaa ta'eera WBOn Zoonii sanarra jiru injifatee kaan harkaan qabee gariin bittinneessera WBOn duratti.
8🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Begii fi Qondaala keessa kan jirtu Ijoollen Niqiluu WBO fakkachuun milla qulla deemuun nuti WBO irraa kaanne mooraadha ref bana lafa Qeerroo ykn WBO nutti hima jechuun diraama uummata keessatti hojjecha jirti baayini ishee hanga nama 8 taati uummanni keenya Of Eeggannoo godhaa dhaamsa! Keenya
👌6
2025/07/10 07:56:15
Back to Top
HTML Embed Code: