Telegram Group Search
Forwarded from Sano Haji
Ammas warri hin jalqabin akka isin hin dabarre ammuma seenaa.
.
Liinkii gadiitiin seenaa tap tap godhaa; yeroo ni qabdu; coin walitti qabatuun profit per hour guddifachuun irratti dalagaa!
Liinkiin kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId6056399890
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐Ÿ’ธ  2k Coins as a first-time gift
๐Ÿ”ฅ  25k Coins if you have Telegram Premium
Forwarded from Sano Haji
Ammas warri hin jalqabin akka isin hin dabarre ammuma seenaa.
.
Liinkii gadiitiin seenaa tap tap godhaa; yeroo ni qabdu; coin walitti qabatuun profit per hour guddifachuun irratti dalagaa!
Liinkiin kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId6056399890
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐Ÿ’ธ  2k Coins as a first-time gift
๐Ÿ”ฅ  25k Coins if you have Telegram Premium
Forwarded from Sano Haji
Guyyaa muraasatu hafe, warri hin jalqabne eegalaa; warri hojjataa jirtan profit per hour guddifadhaa!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId657544788
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐Ÿ’ธ 2k Coins as a first-time gift
๐Ÿ”ฅ 25k Coins if you have Telegram Premium
Forwarded from Sano Haji
Rabbiin waan ati jaalattu akka siif tursiisu yoo feete, waan Rabbiin jaalaturra Isaaf turi atis.
-Imaamu Ahmad bin Hanbal.
Forwarded from Sano Haji
ุฃูƒุซุฑูˆุง ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆู„ูŠู„ุฉ ุงู„ุฌู…ุนุฉ.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู….
Forwarded from Al-Kawsar
"I will surely remove from them their misdeeds, and I will surely admit them to gardens beneath which rivers flow as reward from Allฤh, and Allฤh has with Him the best reward."
Forwarded from Al-Kawsar
โ€œIrra caalaan Mahrii, irraa laafaa isaati.โ€
Nabi Muhammad๏ทบ
[Sahiihul-Jaamiโ€™ 3279]

- Akka Shariโ€™aatti Mahriin dubartiif kennamu hin daangeeffamne. Gurbaan intala jaalatee fuudhuuf deemuuf hanga barbaade kennuu dandaha. Garuu fuudhaa-heerumni gaariin ka Mahrii xiqqaan jaarame. Intalti gurbaa isii fuudhuu barbaaduuf Mahrii haa laaffiftu. Bultiin Mahrii laafaan gad dhaabbatte Barakaa qabdi. Gaafa baasiin cidhaa laafte badiin ni hafti, lafti nagaya.

‎* ุฎูŠุฑู ุงู„ุตู‘ูŽุฏุงู‚ู ุฃูŠุณูŽุฑูู‡*
‎ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุนูู‚ุจุฉูŽ ุจู†ู ุนุงู…ุฑู.
Forwarded from Al-Kawsar
ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ุฃูุถู„ ู…ู† ุจู‚ูŠุฉ ุงู„ุฃูŠุงู…ุŒ ูˆู„ูŠู„ุชู‡ุง ุฃูุถู„ ุงู„ู„ูŠุงู„ูŠุŒ ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…: ุฅู† ู…ู† ุฃูุถู„ ุฃูŠุงู…ูƒู… ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูุฃูƒุซุฑูˆุง ุนู„ูŠ ู…ู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ููŠู‡.

-Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."
   -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.
Forwarded from Sano Haji
-Jumu'aa: Guyyaa Jumu'aa malaa'ikaan fuuldura balbala Masjidaatti si eegu.

-ุนู† ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ ุฑุถู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„ ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…: ุฅุฐุง ูƒุงู† ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูƒุงู† ุนู„ู‰ ูƒู„ ุจุงุจ ู…ู† ุฃุจูˆุงุจ ุงู„ู…ุณุฌุฏ ุงู„ู…ู„ุงุฆูƒุฉ ูŠูƒุชุจูˆู† ุงู„ุฃูˆู„ ูุงู„ุฃูˆู„ุŒ ูุฅุฐุง ุฌู„ุณ ุงู„ุฅู…ุงู… ุทูˆูˆุง ุงู„ุตุญู ูˆุฌุงุกูˆุง ูŠุณุชู…ุนูˆู† ุงู„ุฐูƒุฑ.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: Guyyaa Jumu'aa yoo ta'e cufa balbala masjidaa irraa ta'e irratti malaa'ikaan ni ta'u ka galmeessan namoota akkaataa walduraa duubaan Masjiida seenaniin, Yoo Imaamni taa'e (gorsaaf teessorra) barreessuu dhiisuun (kitaata walitti cufuun) gorsa dhageeffatuuf dhufu. {Al Bukhaari: 3211}
Forwarded from Al-Kawsar
Seenaa yaada kee sirraa ooftuu...!!
#Urwaa ibnu Zubeeyri sababa dhukkubni โ€œgargariinaa โ€œ jedhamu itti dhufeef miila isaa irraa muran. Guyyuma San keessa ilmaan saa torbanirraa mucaan isaa kan akkaan qalbii isaatin jaalatu fardi isa dhiitee du'e!!
#Urwaan: yaa Rabbi galanni keeti innaa lillaahi waa innaa ileeyhi raaji'uun jedhe!! Ilmaan torba naaf kannite tokko fudhatte, humna afur naaf kennite tokko narraa fudhatte, yoo hardha na mokkore yeroo hedduu nagaya na godhe, yoo fudhate yeroo hedduu naaf kenne, Rabbiin akka jannatatti walitti nu qabuun kajeela jedhe!!
#Guyyaan ni deeme; Guyyaa tokko Urwaan kaliifaa Islaamaa #Waliid ibnu Abdil Malik irratti ol seenee gurbaa dullacha ijji isaa ballaa tokko kaliifaa biratti arge.
#Kaliifaan: yaa Urwaa dullacha kana seenaa isaa gaafadhu jedheen?
#Urwaan: seenaan tee maali jedheen?
#Gurbaan: yaa Urwaa wlhi galgala tokko ganda lagaa tokko keessaan qubadhe kan ganda San keessa namni tokkolleen horii fi ilmaanillee narra hin qabne.. Halkan keessa galaanni nutti dhufeeti horii kiyyaa fi ilmaan kiyyas fuudhee kute, ganama aduun hoggaa baatu mucaa xiqqaa tokko fi gaala tokko qofaatu naaf hafe!
#Gaalli na jalaa baqate itti dhaqqabuufin cahe hedduu hin fagaanne if duubatti iyyeensa mucaa kiyyaatin dhagahe oggaan milladhu mataa mucaa kiyyaa afaan yayyii keessattin arge, irraa baasuufin cahe garuu hin dandeenye, ammas gaalatti dhaqqabuufin cahe kotteesaatin fuula keessa na dhiiteeti ija tiyya ballaa na godhe!!!
#Urwaan: kana booda maal jetta Duuba jedheen?
#Gurbaan: "Rabbi galanni keeti, qalbii si beeytuu fi arraba si zakkaru ka naaf kanniteehin jedha" jedheen!!!
#Rabbiif jacha obsuun akkana!!
"Namni tokko kennaa balโ€™aa fi caalaa obsarra hin kannamne" jedha Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam!!
Forwarded from Al-Kawsar
"ุตูŽู„ูู‘ูˆุง ุนูŽู„ูŽู‰ูฐ ุงู„ู‡ูŽุงุฏููŠ ุงู„ุจูŽุดููŠุฑูู’ ูˆูŽุฃูŽุจู’ุดูุฑููˆุง
‏ู‚ูŽุฏู’ ูุงุฒูŽ ู…ูŽู† ุตูŽู„ูŽู‘ู‰ ุนูŽู„ูŽูŠู‡ู ูˆูŽุฃูƒู’ุซูŽูŽุฑูŽุง"๏ทบ
๐ŸŒป๐Ÿ•Š
Forwarded from Al-Kawsar
"ู„ูŽู†ู’ ุชูŽุณุชูŽู‚ููŠู…ูŽ ุญูŽูŠูŽุงุชูู†ูŽุง ุฅูู„ู‘ูŽุง ุจูุงู„ู‚ูุฑุขู†ู."

"Our lives will not be established except with the Qur'an."
Forwarded from Sano Haji
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sano Haji
๐Ÿ““๐Ÿ–Œ Dalagaalee kheeyrii wanti Nama jalaa balleeysu akkaan hedduudha. Dubbiin Hojjechuu qofaa miti, Inumaa Dubbiin jabduun Kheeyrii hojjettan wanta isii balleessu irraa eeguudha๐ŸŒฟ.
๐Ÿ““๐Ÿ–Œ ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ ุจู† ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡
๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œูˆุงุจู„ ุงู„ุตูŠุจ ูขู .
Forwarded from Sano Haji
โ˜…. Rabbi ๏ทป guddisuun TOWHIIDA irraayi. Namni tokko hanguma Rabbi ๏ทป guddisuun isaa guddaa ta'uun TOWHIIDNI isa biratti bakka guddaa qabaata. Namni tokko hanguma Rabbi ๏ทป guddisuun isaa guddaa ta'uun hedduminaan baay'inaan ajajoota Rabbii๏ทป Raawwata. Namni tokko hanguma Rabbi ๏ทป guddisuun isaa guddaa ta'uun Rabbi ๏ทป Jaalachuun isaatilleen guddaa ta'a.]|*

๐ŸŽ™Sheikh Abdulaziz Al-Rayis Hafizahullah

.
www.tg-me.com/Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sano Haji
Xiinxalaa dhugaa

     Ni'imaa Tawhiidaa

// \\  Baharri ilmii Sheekhul Islaam Ibnu Teymiyaan rt ni jedhe:

" Akkaataa Aalama duniyaa namni qu'ate tolina lafarratti arkame hunda duuba isaa yoo qorate Rabbi tokkichoomsuu, ibaadaa Isaaf godhuufi ajaja Ergamaa Isaa godhuu akka tahe arga.

Faallaa isaa:
Sharrii, fitnaa, balaa, hoongee, diinaan injifatamuufi waan biraa kan Aalama keeysatti arkamu hunda sababni isaa Ergamaa(saw) faallessuu fi waan Rabbiin achitti gabbaramuutti wal waamuu akka tahe hubata."

      Fatwaa waliigalaarraa
2024/08/16 19:03:01
Back to Top
HTML Embed Code: