Telegram Group Search
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Daayyeetti seenaa Boonsaan Hojjatame. Alhamdulillaah

#Naannoo_Sidaamaa Gandootaa Lamaa keessatti
#Aanaa_Boonaa #Ganda_Boceessaatti #Guyyaa_04/07/2024 ykn 27/10/2016 namoonni #78 olii fi  #Ganda_Bokkonniisaatti #Guyyaa_05/07/2024 ykn 28/10/2016 nama #270 olii, Abbaa Gadaa
Ganda_Boceessa fi Paastara Mana Amantii 37 hoogganu dabalatee, Wolumaa galatti #namni_348 olii gara Amantii dhaloota isaanii Islaamummaa deebi'anii jiruu Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
https://youtu.be/gRRwC9EYH3s?feature=shared


Gaafii baayyee #gabaabduu fi ammas #laaftuu taate, tan warroota hin amanetti, akka #lafee_kokketti_baddee isaanitti fakkaatte, tamii #quba_qabduu⁉️

Yesuus Gooftadha jechuu afaan isaan baratee '#hanga_yoomiittittii' (#እስከ_መቼ) yoo isaaniin jennuu, hedduun warroota wocuu, deebii itti dhabee Afaan isaanii cufatee‼️

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gaafii baayyee #gabaabduu fi ammas #laaftuu taate, tan warroota hin amanetti, akka #lafee_kokketti_baddee isaanitti fakkaatte, tamii #quba_qabduu⁉️

Yesuus Gooftadha jechuu afaan isaan baratee '#hanga_yoomiittittii' (#እስከ_መቼ_ነዉ) yoo isaaniin jennuu, hedduun warroota wocuu, deebii itti dhabee Afaan isaanii cufatee‼️

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
2024/07/10 00:36:06
Back to Top
HTML Embed Code: