Telegram Group Search
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Namni gaafa Gooftaa dhugaa #Allah_hin_argatin, hayyummaan isaa hundi #zero (0). Mee dhageefadhaa xinnoo ittiin boharaa.

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Ciroo

Hawaasa fakkeenya jaalalaa fi Tokkummaa keessatti hangafaa ta'an hawaasa Harargee, jiraattota #Magaalaa_Ciroo guyyoota lamaaf
#Guyyaa 19 fi 20/07/2024 or 13 fi 14/11/2016tti Salaata Magriibaa fi Ishaa'ii jidduu akkaataa #Islaamummaa_Addunyaa ittiin gahuu danda'an irraatti hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee gara biyyaatti guyyaa hara'a nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Adaamaa

Deebii imala sagantaa Ciroo irraatti, masjiidota magaalaa Adaamaa keessatti argaman muraasaa (keessattu #Masjiida_Barakaa) Ziyaaraa #Guyyaa 21 fi 22/07/2024 or 14 fi 15/11/2016tti Salaata Zuhrii kan eegalle Salaata Subhii irraatti odeefannoo gaggabaabaa waa'ee dirqama Hawaasa Muslimaatii fi akkaataa #Islaamummaa_Addunyaa gahuun danda'amu irraatti hubannoo bareeda kennuun, haala bareedan Alhamdulillaah goolabnee jirraa . Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Ofi_Eegannoo_haa_goonuu‼️

Kaayyoon warroota haqa irraa maqee, hinjifannoo karaa kallattiitiin dhaban, gara Al-kallattii ta'een barbaaduudhaa. Kanaafuu ofi eegannoo gochuun baayyee barbaachisaadhaa. Hundi keessanuu galaa mana keessan sakatta'aa. Shira aduwwii irraa Rabbiin tola ofiitiin nu haa tissuu. Amiiiiiiiin

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
2024/08/01 00:21:42
Back to Top
HTML Embed Code: