Telegram Group Search
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Yuunivarsitii_Wolqixxee
(Wolkite_University)

#Eebbifamtoota #Yuunivarsitii_Wolqixxee bara 2016tiif Guyyaa 27/06/2024 or 20/10/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, salaata Zuhrii irraatti eegale jidduun boqachuun hanga halkan sa'aa 2:30 itti fufe kennamaa ture haala bareedan xumuruun gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah


https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Wolisoo

#Godina_Shawaa_Kibba_Lixaa
#Magaalaa_Wolisoottii
#Guyyaa 28/06/2024 or 21/10/2016tti Salaata Juma'aa boodaa fi Salaata Asraa Booda hubannoo gabaabaa akkaataa #Islaamummaa_Addunyaan itti geessuu danda'an irraatti hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah


https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Wolqixxee

Hawaasa jiraattota #Magaalaa_Wolqixxee (sabaa fi sablammoota gara garaa ta'aniif)
#Guyyaa 29/06/2024 or 22/10/2016tti Salaata zuhrii boodaa fi Salaata Asraa Booda hubannoo gabaabaa akkaataa #Islaamummaa_Addunyaan itti geessuu danda'an irraatti hubannoo bareeda kennuun, leenjii guddaan Akka wolitti deebi'uu qabnu wolii galuun sagantaan keenna haala bareedan goolabnee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa. Alhamdulillaah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
2024/07/01 00:10:10
Back to Top
HTML Embed Code: