Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Injifannoo birgeedii waloo
Fulbaana 15/9/2025
Akkuma beekkamu waraanni bilisummaa oromoo wbon bilisumma sabiicha gonfachiisu halkaniif guyyaa harsa bilisumman barbaduu hunda kanfalee injifannoo gonfachaa jira.

Haluma kanaan wbon zoonii gidduu galaa birgeediin waloo Lola fulbaana 15/9/2025 tasiisen injifannoo gonfateera.
#Iddoo loliicha #aanaa jalduu bulchiinsa shukuteetti iddoo adda tasoo kaanbii mana barumsa tasoo keessa bufattee jirtuu irratti tarkanfii hadha'a fudhachuun gutuma gutuutti dhunfachuun @fayyaatti nama 26 booji'un nama jataama kan taatu immoo dhabamsiisera.
Akkasumallee bulchiinsuma magaala shukutee jalaa iddoo adda hangar jedhamuttii dhukkee itti kaasuun baayyee ishii madoo damdammii hin qabneen baseera.

Humna dabalaata jalduu,shukutee,gindiibarat irra dhuftees madoo damdammii hin qabneen adabeera.

Cunfaa injifanniicha...

#kilashii 85
#kazeena 100
#isnayiiperii 1
#bireenii(girnoofa) 1
#rasaasa kilaashi kuma lama(2000)
Injifannoon kan uummata oromootii
🔥5
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት እንደዘገብነው በ15/09/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሥር የሚገኙት ብርጌዶቻችን በጋራ በወሰዱት እርምጃ በምዕራብ ሸገር ዞን ጀልዱ ወረዳ እና ሽኩቴ ወረዳዎች ላይ ባወረዱት በከካ በርካቶቹን ከጥቅም ውጪ አርገውታል ልዩ ቦታው #ተሶ ተብሎ በሚጠራበት ቦታ ሠፍሮ የነበረውን የፋሽስት ብልፅግና ሠራዊት በከባድ በከካ በመውቃት ከ60 በላይ ሙት ሲሆኑ 26 ተማርከዋል በዚህ ዘመቻ ካምፑን ሙሉ ለሙሉ የተቆጣጠረ ሲሆን ልዩ ልዩ ከባድና ቀላል መሣሪያዎችንም ማርኳል.....
🔥5
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
እንኳን ደህና መጣችሁ ሌሎቻችሁም ከዚህ ትልቅ ትምህርት ውሰዱ በከንቱና በማይረባችሁ በኩል ሆናችሁ ህዝባችሁንም እራሳችሁንም አትጉዱ ምክራችን ነው.....
👍6🔥1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Arguun amanuudha booji'amtoota.eegduu Empaayeraa.

##መረጃ፦ከምርኮኞቹ አንደበት እነሆ.....
🔥53
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Impayeera Bututee Kufaa Jiru Ijaaruf Aarsaa Galata Hin Qabne Maalif Kanfaltuu?
============================
Warri Kun ammoo leenji guyyaa 45nin Awaashitti fudhataniin WBO balleessina jette utuu ganda keessa joortuu harra Abuunaa Gindabaratiitti biyyoo siphateetti.

#መረጃ፦እነዚህን ብልፅግና አዋሽ ወስዳ ለ45 ቀን አዋሽ ላይ ሲያሰለጥናቸው ቆይተው መንደር ለመንደር እየዞሩ የኦነሠ(wbo) ለማጥፋት በሚል ዛሬ በ15/09/25 ግን ላይመለሱ ተሸኝተዋል....እኛ እርም አንበላም እርማችሁን አውጡ መልዕክታችን ነው!!!

ለማይጠቅም ጥቅምና ህሊና ቢስ ሆናችሁ በከንቱ ህይወታችሁ አትጡ!!!!
5👏1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ሸገር ከተማ ውስጥ ከፍተኛ የትራንስፖርት እጥረትበመፈጠሩ ህዝቡ እየተሰቃየ ይገኛል ለዚህም ምክንያቱ ነገ ሠልፍ አለ በ።ቢል ግዳጅ እያረጉባቸው በመሆኑ ባለንብረቶች ተሽከርካሪዌቻቸውን ከአገልግሎት ውጪ እያደረጉ በመሆናቸው ነው......
3👍1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Saasiggaa
#Loomicatti Har'as Gootichi Diina Akka  Baalaatti Harcaaseera!

#መረጃ፦ዛሬም በ16/09/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በምዕራብ ወለጋ ዞን ሳሲጋ ወረዳ ሎሚጫ ቀበሌ ላይ ፋሽስቱን ድባቅ መቷል....
🔥4
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
W/B Magaalaa Naqamtee fi Aanota Isaa Jala jiran Bor Imalli hin jiru hiriiratu ba'ama jettee konkolaachistoota ari'aa oolte.

#መረጃ፦ነገ ማለትም በ17/09/25 በምሥራቅ ወለጋ ዞን ነቀምቴና በሥሩ ባሉ ወረዳዎች ውስጥ ሠልፍ አለ በሚል ምንም አይነት የትራንስፖርት እንቅስቃሴ እንደተከለከለ ታውቋል.....
1😁1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_milqee

Salaalee  hiriira dawoo godhachuu Qeerroo ukkaamsuu  waan ta'eef of Eeggannoo!!

Godina sh/ Kaabaa  waltajjii karaa zoom tiin kaabinee Aanalee godinichaa fi qajeelcha polisii  waliin banattee boru  hiriira eebba hidha laga haromsatuu geggeeffama godinarrattii haala egumsaa Isa marii irra jira hojjattootab mootummaa fi hawaasatu hirmata Isa San marii irra Jira jedha oduun achii Amma Miliqxee baate ,marii kana irraatti kan hirmaate kallaattiin Aanole 1H/Abootee
2,W/jaarsoo
3,Kuyyuu
4,/Dagaam
5,Y/gullaalee
6,G/jaarssoo yoo ta'uu yeroo kanatti deeggaarsa Hidha laga Abbayhaaf kan jedhuu fi dargaggeessa hirmaatu kamuu Buufata poolisii Magaala fichee Akka tursisuuf karoorfatani irraatti walii Galuutu odeeffama Jira quba nuuf qabaadha jaallaan dirree qabsoo.
#
@highlight
1😁1
2025/09/17 02:58:38
Back to Top
HTML Embed Code: