Telegram Group Search
#Magaalaa_Adaamaa

Deebii imala sagantaa Ciroo irraatti, masjiidota magaalaa Adaamaa keessatti argaman muraasaa (keessattu #Masjiida_Barakaa) Ziyaaraa #Guyyaa 21 fi 22/07/2024 or 14 fi 15/11/2016tti Salaata Zuhrii kan eegalle Salaata Subhii irraatti odeefannoo gaggabaabaa waa'ee dirqama Hawaasa Muslimaatii fi akkaataa #Islaamummaa_Addunyaa gahuun danda'amu irraatti hubannoo bareeda kennuun, haala bareedan Alhamdulillaah goolabnee jirraa . Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Ofi_Eegannoo_haa_goonuu‼️

Kaayyoon warroota haqa irraa maqee, hinjifannoo karaa kallattiitiin dhaban, gara Al-kallattii ta'een barbaaduudhaa. Kanaafuu ofi eegannoo gochuun baayyee barbaachisaadhaa. Hundi keessanuu galaa mana keessan sakatta'aa. Shira aduwwii irraa Rabbiin tola ofiitiin nu haa tissuu. Amiiiiiiiin

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Malgaa, Ganda Abake Xoorsheetti namoonni 655 Islaamummaa fudhatan. Alhamdulillah hara'allee Rabbiin nu milkeesse.

#Naannoo_Sidaamaa #Godina_Malgaa, #Ganda_Abake_Xoorsheetti #Guyyaa_01/08/2024 ykn 25/11/2016 #namoonni_655 Amantii dhaloota isaanii Islaamummaa deebi'anii jiruu Alhamdulillaah. Tuun tanaa tuun ganaa. Inshaa Allah

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
2024/08/04 02:56:19
Back to Top
HTML Embed Code: