#Shashamannee #Galma_Siitii_paarkiitti
Sagantaa marii Muslimoota moo Kiristaanotatu Jannata seena? (Namoonni Jannataa seenan isaannan kami? Namoonni jahannam seenan hoo isaannan kami? ጀነት የሚገቡት ሰዎች የትኞቹ ናቸው? ጀሀነም የሚገቡት ሰዎች የትኞቹ ናቸው?) mata duree jedhuun mariin guyyaa #Guyyaa_22/06/2024 or 15/10/2016tti taasifamaa ture, Kitaabaa Warroota Amantii Kiristaanaa keessatti, Amantiin Kiristaanaa namni qabate Jannata seena jedhuu mitii, kiristaanummaan Amantii waaqaati jechi jedhuu kitaaba keessaa eddoo tokkoo akka hin jirre amanuun ol aantummaa haqaatiin goolabamee jiraa. Alhamdulillah. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah
https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah

#Qarsaa + #Maraaroo + #Boqojjii
#Magaalaa_3_guyyaa_tokkotti
Gaafaa Rabbiin siif laaffisee wonti namatti jabaatu hin jiru. Faaruun kan Rabbii keennaatii, #hawaasa_qaroome, #karaa_tole, #teknolojii_fooyya'e Rabbiin nu badhaasuun, guyyaa tokkotti (#Guyyaa_22/06/2024 or 15/10/2016tti), magaalaa sadi irraatti, magaalaa #Qarsaa #baniinsa_mana Barnoota (wirtuu oomisha dhaloota boruu), Magaalaa #Maraaroo #irraatti_Eebba_Nashiidaa (hamileessuu bakka buutota biyyaa fi biyyee) fi #Boqojjii #Leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaadhaaf jedhu gegeessinee, nagahaan kalattii keenna gara biyyaatte taasisaa jirraa. Wonti Rabbiin namaa laaffise wonti jabaatu hin jiruun isa kanaa. Nama garii wonti akkanaa raajii. Nuuf ammaa xinnatullee hojii. Alhamdulillah. Suuroleen #3ni_duraa_Qarsaa, #3ni_itti_aanu_Maraaroo, #3ni_boodaa_Boqojjii ta'uu nuuf hubadhaa. Tuun tana tuun ganaa. Inshaa Allah.

Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata