Telegram Group Search
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate.
Kutaa #7ffaa (Kutaa #G)

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

Baruumsaa wol fakkaataa asiin dura kennamaa turee fi asi booda kennamu argachuuf, #liinkii_asii_gadii tuquun #Follow/#Join gochuu hin dagatinaa. 👇

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#ኢየሱስ_ሙስሊም_ነበር#ትምህርቱም_የአላህ_አንድነት ነበር።
Yesuus Muslima ture.  Barumsi isaallee Tokkummaa Rabbii ture.

ይህ  ንግግር እውነት አይደለም ብሎ መከራከር የሚፈልግ ካለ ተጨባጭ ማስረጃ ይዘህ ና።
Namni dubbii tun sirrii miti jettee mormuu barbaaddu yoo jiraattee,  ragaa qabatamaa qopheeffadhuu koottu.

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Audio
#Barnoota_Kutaa_3ffaa
Ustaaz #Abu_Abdallaah irraa nuuf dhihaatu.

Barnoota #Hubannoolee #Dogongoraa_ittiin_sirreeffannu.

#تصحيح_مفاهيم_خاطئة
الدرس الثالث

Gaafiwwan adda durummaan worroota Islaamummaan ala jiran (#Murtaddiiwwanii fi #Kiristaanota) irraa, hawaasa Muslimaa dogongorsuudhaaf gaafatamaniif deebii quubsaa keessatti kennamu.

#Woliif_sheer_taasisuun, kaayoo worroota kara haqaa irraa jallatee nama jallisuuf deemu harkaa haa fashaleessinuu.

#Barnoota_wol_fakkaataa akkanaa asiin dura kennamaa turaniif kan kana booda kennaman argachuuf, #liinkii asii gadii tuquun '#join/#follow' gochuu hin dagatinaa.

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Dubbiin akka woltajjii qe'ee keessaa sanii mitii‼️ carraan jiru #Cicci....... qofa

#Gaafii_Tokkoffaa:- Kiristaanaa ta'aa kan jedhu kitaaba keessan keessa jiraa?
#Deebii:- Cicci.......‼️

#Gaafii_Lammaffaa:- Namni Yesuus Waaqaa jedhee amane, jireenya bara baraa qaba kan jedhu jiraa?
#Deebii:- Cicci.......‼️

Gaafii Sadaffaa:- Yesuus Dhiira moo dhala?
Deebii dhiira.
#Gaafii:- Waaqni hoo?
#Deebii:- Cicci.......

Jireenya Cicci.......‼️‼️‼️

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Asallaatti
#Seenaa_garaa_nama_nyaatu

#Sagantaa_Rufeeydota
#Magaalaa_Asallaatti
#Guyyaa 25/08/2024 or 19/12/2016tti  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu gegeeffame irraatti, lammiin keenna tokko kan Amantaa Kiristaanaa (Ortodoksii), waa'ee Peenxee guyyaan dhagahaa, garuu waa'ee Islaamummaa guyyaa tokkoo hin dhageennee mee naaf himaa jechuun, qalbii nama iimaana qabuu madeessee, hanga hawaasni Muslimaa diin Islaamaa barsiisuu keessatti duuba jiru nuuf himuun, seenaa yoomuu hin daganne qalbii keessatti nu darbee. Rabbiin hirriba hamaa kana keessaa nu haa kaasuu. Amiiiiiiiin

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
2024/09/08 00:56:41
Back to Top
HTML Embed Code: