Telegram Group Search
Dhamsa obbolummaa


Obbaleeytii tiyya dureessa
Sii Tuffatu osoo hin taane hiyyeessa sii kabaju filadhu!
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
MILKAA'INAA

Milkaa'inii....
︎Khannaa Namni Namaf Khannuu Mitii
︎Meeshaa Gadii Baatee Suuqii Bitattuu Mitii
︎Waan Dhaalootaan Dabruu Mitii
MILKAA'INAA JECHUUN
︎Waan Halkaanif Guyyaa Lafaatee Argaatu Dha
︎Firii Ciminna Hojii Khetitii
︎Obsa Baredaa Boodaan Dhufaa
︎Yaaliidha!
...
...
...
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire
Forwarded from Mayk Inspire (A W M)
■MAYK INSPIRE

●Ofitti Deebi'i Of Keessaa Baddee Of Barbaachaaf Maaliif Gatii Kaffalta Ofitti Deebi'i Ofii Kee Fudhadhu Waa'ee kee Sirritti Yeroo Fudhadhuuti Ittii Yaadi!
•Hojiin Hojjatamu Ala Osoo Hin Ta'in Sumaa Kessaa Jira "Never Believe in Never" Jedhama. Hin Danda'amu Jecha Jedhutii Hin Amanin! Filannoon Sirrin Gatii Nama Kafalchiisu Galma Ni Ga'aatii
•Maal Gochuun Danda'aaree Hin Jedhiin. Maal Fa'an Gochuu Danda'aa Jedhii Malee!
Jirenyaa Filatani Jiraatu Malee Jiraachuf Hin Filatani!
•Yeroo Hundumaa Filannoo Sirii Qabaate Yoo Fiixaan Bahiinsa Dhabdellee Yaada Filannoo Sirrii San Hin Dhabin!

■MAYK INSPIRE ◇JOIN

JOIN Godhaa Gorsa Xinsammuu Adda Adda Argaatu
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
█▓▒►JOIN ►▒▓█
■■■■MAYK INSPIRE ■■■■
█▓▒►JOIN ►▒▓█
●●●●MAYK INSPIRE ●●●●
█▓▒►JOIN ►▒▓█
□□□□MAYK INSPIRE □□□□
█▓▒►JOIN ►▒▓█
♡♡♡♡MAYK INSPIRE ♡♡♡♡
Forwarded from Mayk Inspire (HUŽÃIFĂ)
❝𝑲𝑵𝑶𝑾𝑳𝑶𝑮𝑬❞

" Beekumsi waan namni tokkollee sirraa fagachuu hin dandeenye qofa jedheen amana . Barnoota idil addunyaa qabaachuun kaayyoo koo galmaan ga'uuf bu'uura cimaa naaf kenna . " 𝒃𝒚: Guilherme Badu da Silva

𝑱𝑶𝑰𝑵 𝑮𝑶𝑫𝑯𝑨𝑨 🙏🙏👇
@Myk15king @Myk15king
@Myk15king @Myk15king
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
JIRENYII KHEE....
Jirenyii Khee Gammaachuu Fi Nagaa Akkaa Qabaatu Yoo Barbaadde Namootaa Mullata Kheetitii Gufu Ta'aan Jetee Yaduu Gidduu Daangaa Jabaa Kaa'i
Namni Nama Dhageeffachuun Imalu Yeroo Mara Injifatamaadha
Of Dhaggeeffadhu Waan Itti Amante Qofa Rawwadhu! Daboof Daadoo Kam irraa Bilisa Ta'i Jireenya khee khophaa Tee Mo'uuf Fiigi!

☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire

█▓▒►JOIN ►▒▓█

█▓▒►JOIN ►▒▓█
Forwarded from Mayk Inspire (M A W)
DHAAMSAA

Yeroo Tuffatamtuu Fi Jiibamtu Abdii Hin Kutin!
● SABABINSAA Namoonni Iddoo Guddaa Ga'ani fi Milka'an Jalqaaba Tuffatamaniiru Namarraa Adda Bahaniiru Jibbamaniru Waan Ta'eef
● Jibbamuun Kee Fi Tuffatamuun Kee Humnaa Siif Tahuu Qaba
■ Tuffatamuun Kee Gara Milkaa'inaatti Sii Gesuu Qaba Malee Gonkumaa Abdii Kutuu Hin Qabdu Bekii!!
...
....
☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa
■ Mayk Inspire
□ JOIN
■ Mayk Inspire

█▓▒►JOIN ►▒▓█

█▓▒►JOIN ►▒▓█
Forwarded from Mayk Inspire (Mayk)
Mayk Inspire

HIN BOONIIN
Hadaraa Namatii Hin Booniin


Nama Bekaa Ifiin Ja'uu Cufaa ol Bekaatu Jiraa Nama An Jabaadha Ifiin Ja'uu Oliis Jabaatu Jiraa Nama An Sooreessaa Ja'ee Dhadaatu Oliis Sooreessaatu Jiraa Cufaa Nama Sadarkaa Qabuutii Oliis Nama Sadarkaa Qabutuu Jiraa Khanafuu...

Bara Muraasa Jiranuu Khanaa Kheeysaati Asharaa Hammeenya Onee Nama irratti Khatabnee Akkaa Hin Deemne Mul'ataa Qabadhuu Khannen Olittii Hasa'ame Hundaraa Bilisa Ta'ii

Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa

》》JOIN JOIN《《
》》JOIN JOIN《《
#ማስታወቂያ

የRemedial ፕሮግራም ምደባ ይፋ ሆኗል።

በ2014 ትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ማጠቃለያ አገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች የ Remedial ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል ማለፊያ ውጤት ያስመዘገባችሁ ተማሪዎች የተቋም ምደባችሁን ከአሁን ሰዓት ጀምሮ ከታች በተዘረዘሩት አማራጮች ማየት የምትችሉ መሆኑንና በተመደባችሁበት የትምህርት ተቋሞች በሚያስተላልፉት ጥሪ መሰረት የ Remedial ፕሮግራሙን እንድትከታተሉ እንገልፃለን ።

ማሳሰቢያ :-
የተቋም ይቀየርልኝ ጥያቄ የማናስተናግድ መሆኑን ከወዲሁ ለመግለጽ እንወዳለን።

የተመደባችሁበትን ተቋም ለማየት የቀረቡ አማራጮች

Website:

https://placement.ethernet.edu.et
SMS: 9444

ትምህርት ሚኒስቴር
Linki arrman olii kan tuqa baratonii remedial Palacement gaddii lakkifamee
@Myk15king
@Myk15king
#ODUU_GAMMACHIISAA

100% dhugaadha

#Wallahii linkii kun kan kijibaa mitii dhugaadha👌
Mallaqa kara #Teelebirr siif kaffala suuraa gadii laalaa🙏🙏🙏
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!👇👇👇

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r04644447280
Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas bonus ni kafala
Dhugaa ta'uu Isaa Adda Bafanee Jiraa Namutuu Hiriyotaa Kessaan Aferudhaan Galii Argadhaa
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 17 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
2024/06/25 05:35:37
Back to Top
HTML Embed Code: