Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ16/06/25 በምሥራቅ ወለጋ ዞን ሲቡ ስሬ ወረዳ ላይ ቅርብ ጊዜ በመልሶ ማስፈር መርሀግብር ሠፍረው የነበሩ ነፍጤዎችን እስከ አፍንጫ በማስታጠቅ የኦሮሚያ ልዩ ኃይልን በመርዳት ዛሬ የዘመቱ ሲሆን ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ለወሬ ነጋሪት እንደማይተርፉ አርጎ ከአፈር ስደባልቃቸው ውሏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Of_eegannoo

Jaallaniif of eegannoo
"Warra keephii diimaa mataatti uffattu siinoo Jahaan (6) fe'amtee muloo dhufteetti"
Kan Darbaadhaa baates Gumbichu bulte.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Ijollee abbaa caali waan
dinaa gootu laalii

#Jajjabee lixaa biftuuu
zoonii Lixaa godina wallagga lixaa aanaa
najjoo Ganda jaaboo mikaa'eliiti barii barraaqaan mooraa diinaa seenuun sirniichaa haalaa gariin adabera.
Yoo lolaan sabaaf tolaan.

#WBON_DURATTI
Holoota abiy

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በምዕራብ ወለጋ ዞን ነጆ ወረዳ ጀቦ ሚካኤል ቀበሌ የፋሽስቱ ብልፅግና ወታደራዊ ካምፕ በመግባት ድባቅ መቷቸዋል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ ተሬ ከተማ አስተዳደር ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታ የፋሽስቱ ሠራዊት ያለቀ ሲሆን እስካሁን 19 ሬሳ ከተማው መሀል ተጋድሟል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ በጪቂ ቀበሌ ላይ ፋሽስቱን ድባቅ ከመታ በኋላ....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ከትላንት በስቲያ ማለትም በ16/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰድ ዞን በምሥራቅ ሸገር ዞን ሊበን ጩቃላ ወረዳ ወረ ጃርሳ ቀበሌ ውስጥ በወሰደው እርምጃ 15 የፋሽስቱን ሠራዊት ሲቀረጥፍ 8 ክፉኛ አቁስሏል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ብሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ በጨቂ ቀበሌ ላይ በወሰደው እርምጃ በጠቅላላው ከፋሽስቱ 51 ስቀረጥፍ 70 ክፉኛ በማቁሰል 2 ማርኳል በተጨማሪም ከባድ መሣሪያዎችንና የረጅምና የነፍስ ወከፍ ተተኳሾችን ጨምሮ በርካታ ስንቅና ትጥቅ ተማርኳል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Of_eeggannoo

Tibbana bifa adda ta'een akka Bara Dargiiti Afasani Humnaan Waraanaati ergaa Jiru.

Torban kana Milishaa fi RIB Halkan irraa Baadiyyaati bobba'uun Namoota hedduu Ukkaamsaa Leenjii Waraanaati ergaa Jiru.

Gochaan kun Aanaalee hunda irraa Magaalaa fi Baadiyyaa Utuu hin jedhin Abboota Warraa fi Dargaggootaa Hedduu Humnaan Ukkamsuun Mooraa Leenjii Waraanaa RIB fi Mooraa Leenjii Riphee loltootummaati ergaa Jiru.

Kanaaf Dargaggootaa fi Abboonni warra Umri gara ijoollummaa Qabdan Halkan irraa of Eeggannoo tolchaa malee utuu hin argin isin qabdee deemuuf Hojjetaa jirti.

Kana malees Milishootaa Kanaan Dura Sadarkaa Aanaati Leenjiitee Gandaa fi Magaalaa irrati bobbaatee Hojii Hojjetaa turte keessaa filuun Deebisani Leenjii Farra Riphee loltootummaa ergaa jiru.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_Gadda
Maqaan isaa Fayyee jedhama.Salaalee Aanaa Warraa jaarsooti Ganda Hooseeti. pp Magaalaa Qarree Gohaati Gurba Ol Guddataa Rasaasa itti Roobsun Ajjeeste.Gurban kuni Magaalaa Qarree Gohaa keessaati Nama Daldalte ofi Jiraachisudha.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ይህ ወጣት ስሙ #ፈዬ ይባላል የትውልድ ቦታው በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ወረ ጃርሶ ወረዳ ሆሴ ቀበሌ ነው ነገር ግን #በጎሀ_ቀሬ ከተማ አስተዳደር ውስጥ በንግድ ሥራ ላይ የተሠማራ ነበረ ትላንት የፋሽስቱ ወታደሮች በጥይት በማርከፍከፍ ረሽነውታል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Bilxiginnaan_Oromiyaa

amma Abiy jeneraalota qabate nu diigee ofii isaa bilisaa ofii godhuu barbaada jetti wal hukuraa jirti......
Leenjii Abiyyii amma kaabinee leenjiise kan oromiyaa akka dhiisani waraana mootummaan leenjiise jeneraalota qabate ofi ijaaraa jechuun amma ppn oromiyaa gaddaa irra jirti.

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Inbox

"Ppn har'a magaala #Amboo wajjiraa #Bilxiginnaa fi wajjiraa #godinaa keessatti wal-gahii ta'aa turte. #kabiine aanaa hundaa waamte konkolata pp v8 fi patorolii fi pekap hedduu 100 oli ta'uu achii dhaabdee oolte. dubbiin gaaru #shira xaxaa waan jirtuu fakkata. gantootni ille heduu keessa Jirti jedhan. abba dhufee garuu adda hin baafne. #Aangawoonni wayii dhufuu hin ollee Jaal"

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#inbox
Dhugaa jettee Naannoo keellaa Burayyuuti ijoollee baay'ee mana buna irraa deemanii dirqiin qaba jiruu
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Inbox



#Niqqiloota Magaalaa #Ambootti Wal-gahii irra turanis nu qaqqabee jira.👇👇👇👇👇👇
"Ijoollee kana Lamaan achitti Argeera, #waaqoo_sharik dhimma-nageenyaa-magaalaa-Amboo kan godina irratti Ramadame yeroo isaan jedhan #oduu dhaga'eetan jira. Hedduu ishii ammoo adda hin baafne malee #Gantoonni baayyeetu jira"

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#ጥብቅ_ማሳሰቢያ
የብልፅግናው ፋሽስት ቡድን ዳግም ያልደረሱ ወጣቶችን በሁሉም ከተሞችና የገጠር ቀበሌዎች ውስጥ በስፋት ለማፈስ ዝግጅት ላይ ናቸው ስለሆነም ህዝባችን ልጆቹን እንዲጠብቅ አጥብቀን እንመክራለን
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Ibirahim_Daabush dhalataa Tafkii kan ture kan jiraatu ganda Muudaa Furiiti.basaasa tokkofaa ta'ee namoota hedduu qabsisee ukkamsisee ofisaa Lafa bakka hedduu kennameefi Oromiyaa keessa deemee basaasuu itti fufee jira.
Harar,Jimma,Labuu, Galaan,Duukam,Sabbata, kenterii kkf ti qaba.
0919301002
lakkofsa bilbila
isaati.yoo Shaneen as galte ani qamishiin uuffadha jedhee Jamoo keessa deemee dhaadata.Tafkif Tulluboolloo as hin dabartu natu hidhatee itti duula jedhee fokkora.

Yaa obboo Ibrahiim wal arguuf jirra eega,waan jettee gaaffichaa dubatta.

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Odeessa_Gantootaa

"Mucaa kanatti waagga 18 ittii murteessisan jiran.
Nama kana #Jireenyaan_Rabbumaa yeroo isa fudhatee Bilxiginnaatti galuuf murteessutti "Ani isin faana hin galu" jedhee osoo dhokatee Jalaa badaa jiruu Jiireenyaan #kellaa_Gudariitti eegee qabsiisuun yeroo ammaa kana hidhaan waggaa 18 itti murtaa'ee jira."

#መረጃ፦ይህ ወጣት በብልፅግናው ቡድን 18 ዓመት ተፈርዶበታል #ጂሬኛ_ረቡማ የተባለ የንቅሉ ታናሽ ወንድም እንዲገባ ቢወተውተውም ይህ ልጅ "እኔ ከናንተ ጋር አልገባም" እያለ ጠፍት ቢያመልጣቸውም #ጉደር_ኬላ ላይ ጠብቆ በማስያዝ እንዲህ አርጎ መቀመቅ ከቶታል....ገንቱን ማመን መጨረሻው ይሄ ነው ወንድሜ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Gantuu!!

Namni maqaan qabsoosaa #jaal_galmeessaa, jedhamu fi ammaaf maqaa saanii beekuu kanan hin dandeenye, kan yeroo darbe wallagga lixaa-tti mootummatti harka kennatee ture,yeroo ammaa, kibba lixa shawwaa Aanaa bachoo magaala Tullu boolloo keessa kan jiran yoo ta'u, kaabinee, poolisii fi waraana lafoo RIB olii gadii naannessaa jiru.

#መረጃ፦ይህ የምትመለከቱት የትግል ስሙ #ጃል_ገልሜሳ ይባላል አሁን ትክክለኛ ስሙ የሚጠቀመው አልታወቀም በቅርቡ ምዕራብ ወለጋ ዞን ላይ ነው ዕጅ የሰጠው ሰሞኑን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን በቾ ወረዳ ላይ የኦነሠ ያለበትን ለማሳየት በሚል ካቢኔ ካድሬና መከላከያ ይዞ እየተሽከረከሩ ይገኛሉ....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Dhaamsa_Of_Eeggannoo⚠️⚠️⚠️

Godina Sh/Lixaa Aanaa #Calliiyaa Daandii Geedoo fi Mana Beenyaa irraa Naannoo #Jaarso, Teelee fi Leenca jedhamutti ilmaan gandaa kan #Sanyii_Nagaasa waliin diinatti galtee turte wal gurmeessite ba’uun Konkolaachiftoota ukkaamsun Qarshii Kuma dhibbootan lakka’aaman furii lubbu kaffaladhu jedhanii kaffalchisa jiraachu waan irra ga’ameef hanga quqamtootni sabaa jarreen kana irratti tarkaanfi fudhatanitti namoonni fi Konkolachiftootni daandi sana irra imaltan of eggannoo akka cimsitan isiniif dhaamna.

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Oduu_Gaddaa😭😭

Aanaa #Begii ganda #Haroo_Dimaa jedhamutti dhalatte. #Daraartuu jedhamti Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus keessaa Farfaannaadhaan tajaajilti.

Galgala naannoo sa'a12:00tti utuu isheen Loowwan barbaaddee manatti galchaa jirtuu, Waraanni pp gudeeduuf humnaan ishee qabanii yemmuu isheen harkaa ba'uuf jettutti rasa*saan ruk*utanii ajjee*san.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ትላንት ማለትም በ18/06/25 በምዕራብ ወለጋ ዞን ቤጊ ወረዳ ሀሮ ዲማ ቀበሌ ኗሪ የሆነች ወጣ ስሟ #ደራርቱ የምትባል የኢ/ወ/ቤ/ክ/ መካን ኢየሱስ ዘማሪ የነበረች ትላንት ምሽት ከብቶች ጠፍተውባት አግኝታ እያስገባች በፋሽስቱ የብልፅግና ወታደሮች #ሊደፍሯት ሲታገሉ አምልጣ በመሮጧ በጥይት ተኩሰው ገለዋታል.....የአረመኔነት ጥግ!
2025/07/07 14:20:40
Back to Top
HTML Embed Code: