Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Kaabinootni Leenjiif Deeman hanga har'aatti Namni 20 Lubbuun Darbeera**,
OROMIYAAN BIYYA
መረጃ፦እስካሁን ድረስ ለሥልጠና የገቡት የብልፅግና ካቢኔዎች ውስጥ 20 ሰው ህይወት ማለፉ ታውቋል....ነፍሳችሁ አይማር ነው የሚባሉት!

🔥5👍2👏1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
~Fardi falfalaaf hin oolu.
Giddu Gala Oromiyaatti akkasiin walitti dhuunfatee jira Gootichi W*BO.
IUOf!
#መረጃ፦ይህ ዛሬ ማለትም በ26/05/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዓከላዊ ዞን #ከተደገመበት_ፈረሳቸው ጋር ድባቅ መቶ ማርኳቸዋል.....እውነት ያለውን ድሮም ሰይጣን ይፈራል!

🔥8👍1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
~Dirreen Oromiyaa ilmaan isheef danbooba!
~ Baha Shaggaritti.
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ26/05/25 በምሥራቅ ሸገር ዞን ሊበን ጩቃላ ወረዳ ሙሜ ኮሶሮ ቀበሌ ላይ ፋሽስቱ ካምፕ ውስጥ በመግባት ድባቅ መቷቸዋል....

🔥10
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦በቀደም ማለትም በ24/05/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ወረ ጃርሶ ወረዳ ውስጥ በሚገኘው የፋሽስቱ ወታደራዊ ካምፕ ላይ በወሰደው እርምጃ ከ90 በላይ የፋሽስቱን ሠራዊት ሲቀረጣጥፍ ከ117 በላይ ደግሞ ክፉኛ አቁስሎ 27 ማርኳል....አይዞሽ ገለቴ!
🔥4❤1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦እንኳን ደህና መጣችሁ ከጨፍጫፊ ጋር ከመቆም ከህዝብ ጋር መከራን መቀበል የመረጡ ዛሬም በራችን ክፍት ነው ወደ ህዝብ ትግል ኑና ተቀላቀሉ ምክራችን ነው......
🔥4👍2
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Bakka qubsuma Ajajaa #WBO
Bakka qubsuma #WBO
Baayyina #WBO ilaalaa jedhanii nu ergan.
Gochaa Diinummaa PP'N Daa'immaniin taphattu Guutuusaa isaanumma irraa dhaggeeffadhaa
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን ህፃናትን እንዲህ ለመረጃና ለስለላ ይጠቀምባቸዋል እንዲህ በማለት ተናዘዋል አድንጡት.....

🥴3👍1🤔1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Bishooftuu wan gootichii l\cuqqaalaa tti hurgufeef,ppn magaalichaa raafama jirti.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ26/5/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምሥራቅ ሸገር ዞን ሊበን ጩቃላ ወረዳ ላይ በፋሽስቱ ላይ በወሰደው እርምጃ ቢሾፍቱ ደንግጣ ከባድ ነውጥ ውስጥ ትገኛለች......
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ26/5/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምሥራቅ ሸገር ዞን ሊበን ጩቃላ ወረዳ ላይ በፋሽስቱ ላይ በወሰደው እርምጃ ቢሾፍቱ ደንግጣ ከባድ ነውጥ ውስጥ ትገኛለች......
🔥4❤1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Inbox
Ergaa Barsiisota Godina Horroo Guduruu Wallaggaa
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Bulchiinsa Magaalaa Shaambuu fi Onaalee hunda keessatti leenjii barsiisota BSTD fi sad. 1ffaa (1-4) ta'aniif qophaa'e irratti durgoo guyyaa qarshii 450 dhuftee ture kaabinoonnii fi ergamtootni kaadiree hanna barte guyyaatti qarshii 125 isinii kaffalla jechuun jeequmsi guddaan ka'ee leenjiin gidduutti dhaabbatee jira Kun ammoo kaadireen tuffii barsiisaaf qabdu waan ta'eef mirga ofii kabachiifachuun yeroon isaa amma waan ta'eef miidiyaaleen Oromoon qabu qilleensa irra akka nuu oolchu isiniin gaafanna.

🔥5👍1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Wallagga Lixaa Aanaa Qilxuu Kaarratti ajaja ergamtu Impayeeraa kaadireen manni hawaasa haala nama gaddisiisun gubachuutti jira.
#መረጃ፦ይህ የፋሽስቱ ቡድን ሠራዊት ድርጉት በትላንታው ዕለት በምዕራብ ወለጋ ዞን ቂልጡ ካራ ወረዳ ላይ እንድህ ከካድሬ ጋር ሆነው የሰላማ ዊ ህዝባችንን መኖሪያ ቀዬ እያጋዩት ይገኛሉ....

😭4
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Inbox
HGW aanaa habaaboo guduruu barsiisota leenjii NGO guyyaatti qarshii 1000 leenjiif waame,kaadiroonni biltsiginnaa immoo lakki guyyaatti qarshii 120 jechuun irraa kutte jennaan barsiisaan hundi walgahii gadhiisee baheera,ayi biltsiginnaa hattoota baraan hin quufne argine boo

Ofeeggannoo jaallan B/Beddellee Aanaa Cawwaaqaa, Daaboo fi toora sanarra jiran qaqqabsiisaa!
Caamsaa 27/2025 Facaasaa har'a ganamaan RIB orally lama, Rationaa fi Meeshaaale haguugamoo konkolaataa fe'isaa lama, 3F duwwaa 10 , Ambulance lakk gabatee RIB Itoophiyaa qabu tokko fi konk pickup 1 waliigala naannoo konkolaataa 15 ta'uu naannoo sa'a sadiin Naqamte kaatee gara Buunnoo Beddellee deemaa turte.
Naannoo sa'a 5tti gara Daandii jal'uu aanaa Daaboo Haannaatti gorteetti! Haalli deemaa isheeti kaampii RIB jajjabeessuu fi ykn haaraa hundeessuuf waan deemaa jirtu fakkaata.
Jaallan naannichaa quba haa qabaatan.

👍4
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#መረጃ፦ይህ ዛሬ ማለትም በ27/05/25 ጀግናው ሠራዊታችን ከፋሽስቱ ያስፈታው ሲሆን በርካቶችንም ከጥቅም ውጪ አርጓል.....
🔥9
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#INBOX
#Salaalee
“Guyyaa 25/5//2025
Waraannii impayeraa motumma Itoophiyaa kaabaa Shaggaar aanaa Hiidhabuu Aboote gandaa amuumaa machaara keessattii mortorii qa’ee uummata irraattii dhukaasuun namoota 7 matii tokko keessa madeesse
1) Zufaalee Raggaasaa garuumaa umriin 42 haadhaa ijoollee 3
2) Dirribaa Naggaasa Asaffaa umriin 30 abbaa matii 2
3 )Sanbatoo Naggasaa Asaffaa umriin 35 abbaa matii 4
4) Abbee Bojjuu Waaqjiraa umriin 10
5) Shawaa Birruu Hordofaa umriin 32 haadhaa ijoollee 2
6) Damee Tolchaa Asaffaa umriin 40 abbaa matii 5
7) Xilahuun Misgaanuu Atsadee umriin 16 mortoriin irraattii dhukaasuun madoo jajjabaa madaa’uun yaala argachuuf gara hospitaala Fiichee deemanii jiru”

👍1
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
እንደ እድል ከተረፉት ምርኮኞች አንደበት.....
🔥5
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጅ፦የፋሽስቱ የብልፅግናው በድን ሠራዊት በየግንባሩ እንደ ቅጠል እየረገፈ ይገኛል.....
🔥6❤3