Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Sabbataa 

Waxabajjii 30,2025

Galgala kana  sa'a 2:40tti  Sabbataa naannoo Bataskaana Gabreeliitti gantuu fi humna tikaa PP boombiidhaan leencotni magaalaa rukutanii jiru.
Yeroo ammaa bakkichi jeeqamaa jira.

Tarkaanfiin bofa mataa muruu itti fufa!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ#ንሥሮቹ(አባ ቶርቤ) ማምሻውን ማለትም በ30/06/25 ከምሽቱ 8:40pm ሰበታ ከተማ አስተዳደር ውስጥ ገብርኤል ቤ/ክ አከባቢ ገንቱ እና የደህንነት ሰዎችን አብረው በቦምብ ጨቅ አርገዋቸዋል....አከባቢው ከባድ ነውጥ ውስጥ ነው ከመንገድ ላይ ግቡ ምክራችን ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Wallaggaa baha Giddaa Aayyaanaa garaa dichoo  dhiigaan kan miice eenyu ?
Taateen uummata kana irratti ta'e karooruma olii m**tummaan diriirse ta'uu kan adda baasan muraasni maal seete?

1. Humna Faannoo Aanaa Giddaa Aayyaanaa  jalaa gandoota hundaa jalaati  qubatee jiruuf gargaarsi (rasaasa, boba'aafi nyaata) karaa bulchiinsa Aanaa giddaa Aayyaanaa fi bulchiinsa Aanaa amuuru qaqqabsiifamaa turuunsaa ragaan qabatamaa jira! Fkn Aanaa Amuuru keesatti Meeshaa waraanaa uummatarraa sassaabuun 10,000 hanga 30,000tti Amaaratti gurgurachaa turan!

2. Poolisii Federaalaa kan hanga tokkollee aantummaa uummataaf qabu jedhaman humnoota Faannootiin ajjeefaman! Kanaaf kan ragaa ta'ummoo Humni Addaa Oromiyaa Amuuru ganda Rigatee seenee kuusaa meeshaa Faannoo keessaa uuffata Poolisoota Federaalaa dhuman sanaa baasuusaati!
Giddaa aayyaana fi Guttiin keessati milishaa fi HAOn deema lola jechaa duban faannoof haalaa mijeesse   kan fixxe Sanuma

3. Uummata lubbuusaa oolfachuuf baqatee Aanaatti walitti qabame irratti doorsifni bakka keessanitti deebi'aa jedhu karaama hoogansa Aanaan irratti adeemsifama ture.

4 Imltootaaf daandii baanu utuu taane daandii itu cufu fi haalaa uummni keessa jiru hin beekn
Har'aaf humnaa fi aangoo qabdu jabaadha fixa daboo waammadha uummata ficcisiisa! Dhaloonni kun yommiyyu taanaan seenaa kan dagaatu miti .
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Eeruu
#Sulultaatiif

Odeessa amma nu gahe.

Ijoolleen kanaan dura miseensa Waraana bilisummaa oromoo
  turanii qabsicha ganuudhaan diinatti galan kanaan dura bosona ta'aanii pp waliin waliif galuun qumaara hin taane taphachaa turan.

Amma immoo erga galaniis leenjii fudhatanii gara magaalaa sulultaatti bobbaafamanii opperation hojjechuu eegaluuf jedhu jedhan baay'inni isaanii nama torba tahu jedhan.

Kanaafuu ijoolleen keenyi quunnamtii qabdan hundatti of eeggannoo tolfadhaa isiniin jenna.

Sabboontota magaalaa sulultaatiif.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ2/07/25 ፋሽስቱ ብልፅግና የደህንነት አመራር ቡድን በምዕራብ ጉጂ ዞን ገላና ወረዳ ላይ ኦፕሬሽን አረጋለሁ ብሎ ገብቶ እራሱ ኦፕሬሽን ሆኗል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Qoosaa sittin fakkaatin adeemsi godaansa dooniin bahara cee'uun baayyee hamaa dha.

Ulee as gubbaatti situmuu fi dambalii qilleensa baharaa dheebuu fi beela qooqqifannaa kun balaa isa xixiqqaadha dhidhimuunis jira.

Kana hunda argaa ilmaan oromoo wanni bahara kanatti oofu waan jabaate hiyyummaa namtolchee hidhaa ajj**chaa reebicha walumaa galatti,rakkina mootummaan Fashi*stii pp fideedha.

Falli jiru kana hanqisuuf ABO-WBO jala hiriiranii mootummaa abbaa irree kana ofirraa buqqisuun qofa taha.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
July 02/2025
#Salaalee_Kuyyuu_ganda_Wuyyee cabaree  jedhamutti RIB Daa'ima Waggaa 9 #Abaaboo Bojaa Tasammaa jedhamtu bakka isheen loon eegdutti #gudeedde. Amma du'aaf Jireenya gidduu jirti

👉Bojaa Tasammaa milishaa bilxiginnaati

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ2/07/25 በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ኩዩ ወረዳ ዋዩ ጨበሬ ቀበሌ ውስጥ #የሚሊሻ_ቦጂያ_ተሰማ የ9 ዓመት ሴት ልጅ የሆነችው #አባቦ_ቦጂያ በአንድ ፋሽስቱ መከላከያ አባል ከብቶችን በምትጠብቅበት የደፍራ በሞትና በሕይወት መሀል ትገኛለች ተብሏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
🎉 BIG EVENT COMING TO SEATTLE – 2025 🟥🟩🟥🇺🇸🇨🇦
#WBOBanquet#ABO_WBO_Seattle2025#CommunityForum

📍Location: Rainier Arts Center
📬 3515 S Alaska St, Seattle, WA 98118

🔥 WBO BANQUET NIGHT
🗓 July 31, 2025
🕔 5:00 PM – 10:00 PM

💼 ABO-WBO USA & CANADA MEMBERS' CONFERENCE
🗓 August 1, 2025
🕚 11:00 AM – 4:00 PM

🤝 COMMUNITY FORUM & GATHERING
🗓 August 1, 2025
🕔 5:00 PM – 10:00 PM

🎶 Inspiring speeches, powerful unity, & more!
🔥 Come celebrate, connect, and contribute to the movement!

📣 All Oromo community members are warmly invited – make history with us!

💬 "In Unity, There Is Strength!"

🔁 Spread the word! ❤️💚❤️

@highlight #highlights #ABO_WBO #highlightseveryonefollowers #highlightseveryone #Oromia Jaarmayaa ABO-WBO
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
Jun 30/2025

Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat ganda Gooroo Dhoqonuutti RIB uummata nagaa
1, #Caalaa_Tashoomaa umurii 15
2, #Obbo_Jaanoo_Abarraa umurii 70 kan ta'an

Badii tokko malee osoo daandii deemanii qabdee rashaante. rasaasa itti roobsuun ciccirtee gatte.

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ከትላንት በስቲያ ማለትም በ30/6/25 በምዕራብ ሸገር ዞን አቡኔ ግንደበረት ወረዳ ጎሮ Dhoቆኑ ቀበሌ በመንገድ ላይ ሲጓዙ የነበሩ ፋሽድቱ የብልፅግና ሠራዊት ስማቸው፦
1- #ጫላ_ተሾመ የ15 ዓመት ልጅ
2- #አቶ_ጃኖ_አበራ የ70 ዓመት አዛውንት
ያለምንም ጥፋታቸው ከመንገድ ላይ በመያዝ በጥይት እሩምታ በጣጥሰው ረሽነው ጥለዋቸዋል.....
Forwarded from Tsegaye R Ararssa
አትሳሳት! ኦሮሞን መግደል: ኦሮሚያን ማፍረስ: እና ኦሮሞነትን (ኦሮሙማን) ማጥፋትን ዋና ዓላማው አድርጎ ከሚንቀሳቀሰው የአብይ አህመድ አገዛዝ በላይ(ወይም የሚብስ) ጠላት የለንም:: ይሄን ከሚያደርግ ማንኛውም ኃይል ጋር አንተባበርም:: ማንነትህን ከማይቀበል: ከማንነትህ ጋር ጠብ ያለውን የፖለቲካ ኃይል: ዛሬም ነገም ሳናሰልስ እንታገለዋለን:: #MakeNoMistake!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo

Gootichi abdiin Oromoof Oromiyaa WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeediin Bakkalcha Barii guyyaa har'aa jechuun Adoolessa 03/2025  magaalaa Fiichee jalatti akka baalaatti harcaasee bahe.
   
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ03/07/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን ሥር በከልቸ በሪ ብርጌድ በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ፊቼ ከተማ አስተዳደር ስር በሚገኝ የገጠር ቀበሌ ውስጥ የፋሽስቱን ብልፅግና ቡድን ሠራዊት እንደ ቅጠል አራግፏቸው ወቷል.....

ለጊዜው ቦታው ያልተጠቀሰው በምክንያት ነው!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#ODUU_GADDAA

Godina Wallagaa Lixaa Aanaa Laaloo Assaabii Ganda Jaarsoo Daamotaa jedhamutti Tajaajilaa Waldaa Kiristaanaafi abbaa maatii kan ta'e nama #Fayisaa_Waaqtolaa jedhamu ganama kana Adoolessa 3/2025 mana keessaa qabun mana irra fageessanii bakka addaa Daalattii jedhamutti rasaasa itti roobsuun wara*nni maaf*yaa pp ajje*stee jirti.

Sirnichi sirna Oromoo duguuguudha.
DHAYI JALAA!

#አሳዛኝ_መረጃ፦ ዛሬ ጧት ማለትም በ3/07/25 በምዕራብ ወለጋ ዞን ላሎ አሰቢ ወረዳ ጃርሶ ዳሞታ ቀበሌ ውስጥ የወንጌል አገልጋይ የሆነን ግለሰብ ስሙ #ፈይሳ_ዋቅቶላ የተባለ የፋሽቱ ብልፅግና ሠራዊት ከቤቱ ይዘውት በመውጣት ራቅ አድርገው ልዩ ስሙ ዳለቲ በተባለ ቦታ ላይ የጥይት ዶፍ በማውረድ ገለውታል አቶ ፈይሳ የቤተሰብ ኃላፍም ነበረ......
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ በአሁኑ ሰዓት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በኦሮሚያ ውስጥ በከካውን እያዘነበ ይገኛል...

#ደቡብ_ዞን
የቡርቃ ቢሊሱማ ኮማንዶ ክ/ጦር

#ማዓከላው_ዞን
የበከልቻ በሪ ብርጌድ

#ምዕራብ_ዞን
የሶንሳ ብርጌድ ሥር
-የአባ መጫ ጭብራ
-የጃል ሞይ ጭብራ

ፋሽስቱን የብልፅግና ሠራዊት እንደ ጉድ እየለበለቡት ይገኛሉ.....ዝርዝሩን ከቆይታ በኋላ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#Injifannoo

Birgeedaa bakkalcha barii G/SH/K Fichee bakka addaa Torbanashe
qawwee Akm 9
Boonbii 7
Rasaa 815
Hidhannoo komando 4
Madoon ishee 8
Morgan 17

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ03/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዓከላዊ ዞን ስር በከልቸ በሪ ብርጌድ በሰሜን ሸገር ሠላሌ ዞን ፊቼ ከተማ አስተዳደር ልዩ ስሙ ቶርበንሼ በተባለ ሥፍራ ላይ የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን ሠራዊትን 17 ቀርጥፎ 8 ክፉኛ በማቁሰል በርካታ ተተኳሾችንና መሣሪያዎችን ማርኳል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦የፋሽስቱ ብልፅግና ቡድን እንዲህ ህፃናትን እያዘመተ አለም አቀፍ ህግን በተጻረረ መንገድ እያበላ ይገኛል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ) (J & Q)
#መረጃ፦ ትላንት ማለትም በ3/07/25 ጣት 11:00am ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በምዕራብ አርሲ ዞን ዶዶታ ወረዳ አሙዴ ቀበሌ ውስጥ በፋሽስቱ የብልፅግና ሠራዊት ላይ ባዘነበው በከካ 30 ቀርጥፎ 18 ክፉኛ በማቁሰል 1 የደህንነት አባል ማርኳል በዚህ እርምጃ ጀግናው ሠራዊት የተለያዩ መጠን ያላቸውን መሣሪያ መማረኩም ታውቋል.....
2025/07/04 19:38:48
Back to Top
HTML Embed Code: